18-B
Qarshiifi Safartuu Ulfaatinaa
Safartuu Sheeqelii Caaffata Qulqullaaʼoo Afaan Ibrootaa
Geeraa (sheeqelii 1⁄20) 0.57 g (giraama) geeraa 10 = beekaa 1 |
Beekaa 5.7 g beekaa 2 = sheeqelii 1 |
Piim 7.8 g piimii 1 = sheeqelii 2⁄3 |
Sheeqelii Sheeqelii 11.4 g sheeqelii 50 = miinaa 1 |
Miinaa 570 g miinaa 60 = taalaantii 1 |
Taalaantii 34.2 kg (kiilogiraama) |
Daariik (Faares, warqee) 8.4 g |
Safartuu Sheeqelii Caaffata Qulqullaaʼoo Afaan Giriikii
Leeptanii (Yihudoota, boorrajjii ykn nahaasa) kuwaadiraansii 1⁄2 |
Kuwaadiraansii (Roman, copper or bronze) leptaa 2 |
Asaariyoon ((Roomaafi naannooshee, boorrajjii ykn nahaasa) kuwaadiraansii 4 |
Diinaarii (Roomaa, meetii) kuwaadiraansii 64 3.85 g = Mindaa Guyyaa 1 (saʼaatii 12) |
Diraakmaa (Giriik, meetii) 3.4 g = Mindaa Guyyaa 1 (saʼaatii 12 |
Daayidiraakmaa (Giriik, meetii) diraakmaa 2 6.8 g = Mindaa Guyyaa 2 |
Teetiraadiraakmaa Anxookiyaa Teetiraadiraakmaa Xiiros (Sheeqelii meetii Xiiros) Teetiraadiraakmaa (Giriik, meetii; siilvar isteetar jedhamees ni waamama) diraakmaa 4 13.6 g = Mindaa Guyyaa 4 |
Miinaa diraakmaa 100 340 g = mindaa gara guyyaa 100 |
Taalaantii miinaa 60 20.4 kg = mindaa gara waggaa 20 |
Paawundii (Roomaa) 327 g
|