KUTAA 4
“Waaqayyo Jaalala”
Amalawwan Yihowaan qabu keessaa inni hunda irra caalu jaalaladha. Kana malees amala baayʼee nama hawwatu dha. Bifawwan amala gaarii kanaa tokko tokko yommuu qorannu, Kitaabni Qulqulluun “Waaqayyo jaalala” kan jedhu maaliif akka taʼe hubanna.—1 Yohaannis 4:8.