Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Qopheessitootaa Qabate
Macaafni Qulqulluun Maal BARSIISA?
Madda suuraawwanii:
◼ Fuula 24-25: WHO photo by Edouard Boubat
◼ Fuula 88-9: Explosion: Based on USAF photo; child: Based on WHO photo by W. Cutting
© 2005
Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MAXXANSITOONNI
Watchtower Bible and Tract Society of New York, Inc.
Brooklyn, New York, U.S.A.
Fulbaana 2014tti Maxxanfame
Barreeffamni kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan kitaaba kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko dalga ciibsee kan barreesse nuyi. Caqasichatti aansee “NW ” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaa’oo Hiika Addunyaa Haaraa, Isa Hiika Jechootaa qabuufi afaan Ingiliffaatiin qophaa’erraa ta’uusaa argisiisa.