Qabiyyee
6 Seensa: Gorsa Gaarii Eessaan Argachuu Dandaʼa?
14 1 Jaalallee Qabachuuf Qophaaʼeeraa?
21 2 Dhoksaatti Jaalallee Qabachuun Miidhaa Qabaa?
28 3 Namni Kun Nama Naaf Taʼudhaa?
42 4 Daangaa Isaa Darbineerra kan Jedhamu Yoomi?
48 5 Gaaʼela Dura Saalqunnamtii Raawwachuurraa Of Qusachuu Kanan Qabu Maaliifi?
58 6 Jijjiiramnin Qaama Koorratti Argu Maalidha?
67 7 Bifa Koo Yoon Jibbe Maalan Godha?
74 8 Baayʼee kan Na Dhukkubu Maaliifi?
86 9 Kophummaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
92 10 Hiriyaan Koo kan Na Miidhe Maaliifi?
99 11 Intarneetiidhaan Hiriyoota Horachuun Rakkina Qabaa?
114 13 Barataa Cimaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
121 14 Mana Barumsaatti Miidhaarraa Of Eeguu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
128 15 Dhiibbaa Hiriyaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
136 16 Jireenya Bifa Lama Qabu Jiraachaa Akkan Jiru Namatti Himuun Qabaa?
142 17 Waaʼee Hiriyummaa Mana Barumsaa Maal Beekuun Qaba?
150 18 Maallaqa Argachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
156 19 Maallaqa Kootti Ogummaadhaan Fayyadamuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
165 20 Maatiin Koo Hiyyeeyyii yoo Taʼanoo?
174 21 Komii Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
181 22 Warri Koo Seera kan Natti Baayʼisan Maaliifi?
190 23 Abbaan Koo Araada Cimaa Qaba yoo Taʼehoo?
199 24 Warri Koo Yeroo Hunda yoo Wal Falman Maal Gochuun Qaba?
208 25 Abbaa ykn Haadha Koo Qofa Wajjin Gammachuudhaan Jiraachuu nan Dandaʼaa?
218 26 Miira Koo Toʼachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
225 27 Dogoggora Tokkollee Akkan hin Raawwanne Kanan Ofirraa Eegu Maaliifi?
231 28 Sodoomummaarraa Fagaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
237 29 Waaʼee Saalqunnamtii Yaaduu Dhiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
246 30 Geemii Taphachuun Qabaa?
253 31 Muuziqaa Akkamiin Filachuu Qaba?
263 32 Bashannana Akkamiin Filachuu Qaba?
273 33 Poornoogiraafiirraa Fagaachuu Kanan Qabu Maaliifi?
282 34 Ulaagaalee Kitaaba Qulqulluu Hordofuu Kanan Qabu Maaliifi?
289 35 Michuu Waaqayyoo Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
297 36 Amantiin Waaqayyorratti Qabu Ibsuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
311 38 Jireenya Koo Akkamitti Yoon Itti Fayyadame Naa Wayya?