LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • yp2 ful. 257
  • Nama Fakkeenya Taʼu​—Daawit

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Nama Fakkeenya Taʼu​—Daawit
  • Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Muuziqaa Akkamiin Filachuu Qaba?
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Kana Beektaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
yp2 ful. 257

Nama Fakkeenya Taʼu​—Daawit

Daawit muuziqaa ni jaallata ture. Meeshaa muuziqaa taphachuurrattis taʼe walaloo barreessuurratti dandeettii guddaa qaba ture. Meeshaalee muuziqaallee hojjeteera. (2 Seenaa Baraa 7:6) Daawit dandeettii guddaa waan qabuuf mootiin Israaʼel mana mootummaa keessatti muuziqaa akka isaaf taphatu isa waamsisee ture. (1 Saamuʼel 16:15-23) Daawit affeerraa isaa fudhateera. Taʼus of tuultuu hin taane, muuziqaan jireenya isaa akka toʼatus hin heyyamne. Kanaa mannaa, dandeettii isaa Yihowaa jajachuuf itti fayyadameera.

Atoo muuziqaa ni jaallattaa? Meeshaa muuziqaa taphachuurratti dandeettii guddaa qabaachuu baattus fakkeenya Daawit hordofuu ni dandeessa. Akkamitti? Muuziqaan jireenya kee akka toʼatu ykn wanta Waaqayyoon gaddisiisu akka yaadduu fi akka raawwattu akka si taasisu heyyamuu dhiisuudhaani. Kanaa mannaa, muuziqaa gammachuu kee guddifachuuf itti fayyadami. Dandeettiin muuziqaa qopheessuu fi itti gammaduu kennaa Waaqayyooti. (Yaaqoob 1:17) Daawit karaa Yihowaa gammachiisuun kennaa isaa kanatti fayyadameera. Atoo akkas ni gootaa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi