LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 20
  • Walga’ii Keenya Eebbisi

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Walga’ii Keenya Eebbisi
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Walgaʼii Keenya Nuu Eebbisi
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Fayyina Argachuuf Waaqayyoon Barbaaddadhaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Walgaʼiiwwan Dhugaa Baatota Yihowaa kan Si Fayyadan Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Waaqeffannaadhaaf Walitti Qabamuu kan Qabnu Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 20

Faarfannaa 20

Walga’ii Keenya Eebbisi

(Ibroota 10:​24, 25)

1. Yihowaa walga’ii keenya

Akka eebbistu feena.

Hafuurakee nuu kennuudhaan

Nu eebbisi siin jenna.

2. Ati waaqeffannaa keenya

Dubbii keetiin qulleessi.

Lallabuudhaaf nu leenjisi;

Jaalala nuu baay’isi.

3. Nagaaf tokkummaa argachuuf

Cimnee si kadhachuudhaan.

Olaantummaakee guddisna

Dubbiifi gocha keenyaan.

(Dabalataan Far. 22:22; 34:3; Isa. 50:4 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi