Fuula Mata Duree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
Barreeffamni kun kan gurguramu miti. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf hojjetamu deggeruuf, buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaa’a.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko dalga ciibsee kan barreesse nuyi. Caqasichatti aansee “NW ” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaaʼoo Hiika Addunyaa Haaraa, Isa Hiika Jechootaa qabuufi afaan Ingiliffaatiin qophaaʼerraa taʼuusaa argisiisa.
Amajjii 2016tti maxxanfame
Oromo (ll-OA)
© 2011 WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA