Baafata Mataduree
Fuula
4 Waaqayyoon Dhaggeeffachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
8 Jireenyi Jannataa Maal Fakkaata Ture?
10 Seexana Dhagaʼuunsaanii Rakkina Akkamii Fide?
12 Bara Bishaan Badiisaatti Waaqayyoon Kan Dhaggeeffatan Eenyufaʼi? Kan Hin Dhaggeeffannehoo?
14 Bishaan Badiisaa Isa Guddaarraa Barumsa Akkamii Arganna?
18 Duuti Yesus Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?
20 Lafti Jannata Kan Taatu Yoomi?
22 Warri Yihowaa Dhaggeeffatan Eebba Akkamii Argatu?
28 Waaqayyoon Gammachiisuuf Maal Gochuu Qabna?
30 Yihowaadhaaf Amanamaa Taʼuukee Argisiisuu Kan Dandeessu Akkamitti?