Qabiyyee
7 1 Warra Koo Haasofsiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
14 2 Yeroo Hunda kan Wal Falminu Maaliifi?
21 3 Bilisummaa Dabalataa Argachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
28 4 Abbaan Koo fi Haati Koo kan Wal Hiikan Maaliifi?
34 5 Haati Koo ykn Abbaan Koo Deebiʼanii Gaaʼela yoo Dhaabbatan Maal Gochuun Qaba?
40 6 Obbolaa Koo Wajjin Walii Galee Jiraachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
49 7 Of Dandaʼee Jiraachuuf Qophaaʼeeraa?
57 8 Hiriyoota Gaarii Qabaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
64 9 Qorumsa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
71 10 Fayyaa Kootiif Kunuunsa Gochuu Kanan Qabu Maaliifi?
85 12 Ofitti Amanannaa Koo Guddifachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
91 13 Dhiphina Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
98 14 Maaliifan Duʼee hin Obbaafadhu?
105 15 Hamma Tokko Bilisummaa Barbaaduun Dogoggoraa?
111 16 Hamma Kana Gadduun Koo Sirriidhaa?
121 17 Mana Barumsaatti Waaʼee Amantii Kootii Dubbachuun kan Na Sodaachisu Maaliifi?
128 18 Haala Dhiphisaa Mana Barumsaatti Na Mudatu Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
134 19 Barumsa Addaan Kutuun Qabaa?
142 20 Barsiisaa Koo Wajjin Walii Galuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
150 21 Yeroo Kootti Ogummaadhaan Fayyadamuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
156 22 Garaagarummaan Aadaa Yeroo Jiraatu Maal Gochuun Dandaʼa?
165 23 Sodoomummaa Ilaalchisee Wanta Kitaabni Qulqulluun Dubbatu Ibsuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
172 24 Saalqunnamtiin Caalaatti Walitti Nu Dhiheessaa Laata?
178 25 Barsiifata Maastarbeeshinii Moʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
183 26 Namuma Argan Wajjin Saalqunnamtii Raawwachuun Rakkina Qabaa?
188 27 Dhiironni kan Na hin Jaallanne Maaliifi?
195 28 Dubartoonni kan Na hin Jaallanne Maaliifi?
203 29 Jaalala Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamittan Beeka?
212 30 Dhuguma Gaaʼelaaf Qophoofneerraa?
221 31 Miidhaa Gargar Baʼuun Keenya Narraan Geessise Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
228 32 Namoota Miidhaa Saalaa Geessisanirraa Of Eeguu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
237 33 Sijaaraa Xuuxuu Ilaalchisee Maal Beekuun Qaba?
246 34 Garmalee Dhuguun Miidhaa Qabaa?
252 35 Araada Qoricha Sammuu Hadoochurraa Bilisa Baʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
259 36 Meeshaalee Eleektiroonikii Fayyadamuun Araada Natti Taʼeeraa?
265 37 Warri Koo Akkan Bashannanu kan Naaf hin Heyyamne Maaliifi?
273 38 Waaqeffannaa Koo Gammachiisaa Gochuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
282 39 Galma Koorra Gaʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
289 Kutaa Dabalataa: Gaaffilee Warri Gaafatan