Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
Birooshurri kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko nutu dalga ciibsee barreesse. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingliffaa ammayyaatiin qophaaʼerraa taʼuusaa argisiisa. Waggoonni birooshura kana keessatti argaman hundi lakkoofsa Awurooppaa kan argisiisanidha.
Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
Who Are Doing Jehovah’s Will Today?
Sadaasa 2016tti Maxxanfame
Oromo (jl-OA)
© 2012, 2014 WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA Qopheessitoonni