Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
Kitaabni kun kan ․․․․․
© 2014
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA
Publishers
Imitate Their Faith
© 2014
Wachtturm Bibel- und Traktat-Gesellschaft der Zeugen Jehovas, e. V., Selters/Taunus
Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
Hagayya 2016tti Maxxanfame
Barreeffamni kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan kitaaba kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko nutu dalga ciibsee barreesse. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Ibsa Dabalataa Qabuufi afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼerraa taʼuusaa argisiisa.