LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • od ful. 213-222
  • Baafata Jechootaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Jechootaa
  • Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
od ful. 213-222

Baafata Jechootaa

Hubachiisa: Riifaransiiwwan armaan gaditti tarreeffaman hedduun kan kaaʼaman jalqaba lakkoofsa boqonnaa isaa achiis lakkoofsa keeyyata isaa karaa argisiisaniini dha. Fakkeenyaaf, riifaransiin jalqabaa mata duree “Akkaataa uffannaa fi miidhaginaa” jedhu jala jiru “Beeteliin yeroo daawwannu: 13:13” kan jedhu dha. Kana jedhuun yaanni waaʼee “Akkaataa uffannaa fi miidhaginaa” ibsu Boqonnaa 13, keeyyata 13 irratti argama jechuu dha.

Akkaataa uffannaa fi miidhaginaa

Beeteliin yeroo daawwannu: 13:13

namoota itti gaafatamummaa qaban: 6:9

tajaajila: 13:12

tajaajiltoota gumii: 6:5

walgaʼiiwwan: 11:12, 21

yeroo bashannanu: 13:14

Ayyaana Yaadannoo: 7:28-30

Babalʼistoota

(Babalʼistoota Gumii; Babalʼistoota hin Cuuphamne ilaali)

Babalʼistoota gumii

(Akkasumas Babalʼistoota hin cuuphamne ilaali)

bakka biraa deemuu: 8:30

dhuunfaatti gargaaruu: 5:28-29, 33; 7:21; 9:7, 15, 19

haaraa: 8:5-6

humni isaanii daangeffame: 8:29

ijoollee xixinnoo: 8:13-14

ulaagaalee: 8:8

Babalʼistoota hin cuuphamne

cubbuu yeroo raawwatan: 14:38-40

Galma Walgaʼii isaanii yeroo ijaaran ykn yeroo haaressan: 11:17

ijoollee: 8:13-15

ulaagaalee: 8:6-12

Bakka buʼoota waajjira muummee: 5:55-56

Bakka gargaarsi caalaatti barbaachisutti tajaajiluu: 10:6-9

Barreeffamoota

akkaataa maallaqni barbaachisu itti argamu: 12:2-4

dhiheessii: 12:16

faayidaa tajaajila irratti qaban: 9:22-23

naannoowwan afaan adda addaa itti dubbataman: 9:36, 38

Barreessaa: 5:27; 8:30

Beeksisawwan

buusiiwwan: 12:6

gumiidhaa baasuu: 14:29

gumiitti deebisuu: 14:36

of qooduu: 14:33

sirreeffama: 14:24

babalʼistoota hin cuuphamne: 8:12; 14:39-40

Bitamuu

(Matummaa ilaali)

Bohaartii fi bashannana: 13:15-21

Buusiiwwan: 3:13; 11:6-7, 15; 12:2-11

Cidha: 11:10-11

Cubbuu

(Akkasumas Of qooduu; Gumiidhaa baasuu; Namoota seera malee deddeebiʼan irratti mallattoo gochuu; Wal dhabiinsa dhuunfaa; Gumiitti deebiʼuu ilaali)

babalʼisaa hin cuuphamne: 14:38-40

beeksisa himamu: 14:24, 29, 33, 39-40

cimaa: 14:21-33

ijoollee: 14:37

Kiristiyaana kan biraa irratti: 14:5-6, 13-20

Cuuphaa

babalʼistoota hin cuuphamne: ful. 182-184

gaaffiiwwan irra deebii: ful. 185-207

hiika isaa: 8:16-18

ijoollee: ful. 179-181

muudama: 8:3

walgaʼiiwwan aanaa irratti, walgaʼiiwwan naannoo irratti: 7:24, 26

Deggersa maallaqaa

aanaa: 12:8-11

addunyaa maraa: 11:15; 12:2-4

gumii: 11:6-7; 12:5-7

Fakkeenya taʼuu

hiika isaa: 6:9

Gabaasawwan

babalʼistoota: 5:34; 8:10, 23-29

bakka biraatti yeroo imallu: 8:30

barbaachisummaa isaa: 8:19-22, 31-36

ilaaltoota ol aanaa aanaa: 5:46, 50; 9:44

Galma Walgaʼii

baasiiwwan: 11:6; 12:5-6

gumiiwwan adda addaa: 11:8-9

ijaaruu: 10:21-23; 11:4-5, 15-17

mana kitaabaa: 7:19

murteessuu: 11:4

qulqulleessuu fi suphuu: 11:7-8

sagantaawwan adda taʼaniif itti fayyadamuu: 11:10-11

Galmawwan

babalʼistoota: 10:4-5

bakka gargaarsi caalaatti barbaachisutti tajaajiluu: 10:6-9

barbaachisummaa isaa: 10:24-26

hojii aanaa: 10:16

irra gaʼuun dandaʼamu: 8:37

manneen barumsaa tiʼookraasii: 10:17-18

misiyoonota dirree: 10:15

qooqa kan biraa barachuu: 10:10

tajaajila Beetel: 10:19-20

tajaajila hojii ijaarsaa: 10:21-23

tajaajila qajeelchaa: 10:11-14

Galmawwan Walgaʼii Guguddaa: 11:18-21

Galmee Babalʼisaa Gumii: 5:44; 8:10, 30

‘Garbicha amanamaa fi ogeessa’

addaan baasanii beekuu: 3:4-6

akka itti amanamnu argisiisuu: 3:12-15

bitamuu: 15:7

Gareewwan tajaajila dirree

babalʼistoota ramaduu: 5:35

gaʼee tajaajiltoota gumii: 6:12

Galma Walgaʼii qulqulleessuu: 11:7

ilaaltoota ol aanaa: 5:29-34

naannoowwan tajaajilaa: 9:31, 33

walgaʼiiwwan tajaajila dirree: 7:20-21

Gargaarsa yeroo balaa: 12:15; 16:11

Gumii

(Akkasumas Galma Walgaʼii; Walgaʼiiwwan ilaali)

haaraa fi xinnoo: 7:22-23

karaa tiʼookraasiitiin kan gurmaaʼe: 1:3; 4:4-11

tokkummaa: 13:28-30

Gumiidhaa baasuu: 14:25-29

Gumiitti deebiʼuu: 14:34-36

Haasaa sabaa: 7:5-10

Hojii: 13:25-26

Ijoollee

cubbuu raawwachuu: 14:37

dargaggoota itti gaafatamummaa fudhachuuf carraaqan: 6:14

guddina hafuuraa: 8:13-15; 10:26; ful. 179-181

sochiiwwan mana barumsaa: 13:22-24

walgaʼiiwwan: 7:2; 11:13-14

warra ykn akkoo fi akaakayyuu humni isaanii daangeffame gargaaruu: 12:14

Ilaaltoota ol aanaa

(Jaarsolii ilaali)

Ilaaltuu ol aanaa aanaa

daawwannaa: 5:41-48

gareewwan: 9:44

gumiiwwan haaraan akka hundeeffaman yaada dhiheessuu: 7:22

keessummummaa simachuu: 5:50

tajaajila balʼifachuuf gaafachuu: 10:6, 10, 16, 20

Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaa: 5:28, 32; 9:31, 37, 45

Irbaata Gooftaa: 7:28-30

Jaarmiyaa

kutaa samii: 1:8-13

Jaarsolii

carraaqqii gochuu: 5:22

dullooman ykn dhukkubsatan: 5:23-24

gareewwanii fi gar dureewwan: 9:42-44

ilaalcha isaaniif qabaachuu qabnu: 3:14; 5:38-39

itti gaafatamummaawwan: 5:25-36, 40

karaa tiʼookraasiitiin kan muudaman: 4:8

qulqullina gumichaa eeguu: 14:19-40

tiksitoota: 5:1-3; 14:7-12

ulaagaalee: 5:4-20

walgaʼiiwwan: 5:37

waltaʼiinsaan hojjechuu: 5:21

Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii: 7:14-18

JW.ORG: 9:24-25

Keessummeessitoota: 11:14

Kiristiyaanota qabbanaaʼan: 8:26; 14:32

Koorpooreeshinoota: 4:12

Koree (koreewwan)

Biyyaa: 5:53

Hojii Galma Walgaʼii: 11:8

Hospitaalaan Wal Qunnamsiisu: 5:40

murtii: 14:21-28, 34-37

Tajaajilaa Gumii: 5:35

Waajjira Damee: 4:13; 5:51-54

Koree Hospitaalaan Wal Qunnamsiisuu fi Garee Namoota Dhukkubsatan Gaafatu: 5:40

Koree tajaajilaa

(Koree Tajaajilaa Gumii ilaali)

Koree Tajaajilaa Gumii: 5:35

Koreewwan Murtii: 14:21-28, 34-37

Matummaa

abbootii taayitaa iddoo ol aanaa qaban: 15:11

gumii: 3:14; 4:15; 15:7

jaarmiyaa Yihowaa: 1:9-10; 2:5, 9-10; 15:1-2

maatii: 15:9-10

Misiraachicha lallabuu

akkaataa uffannaa fi miidhaginaa: 13:12

barattoonni Kitaaba Qulqulluu karaa al idilee taʼeen akka lallaban jajjabeessuu: 8:5

barbaachisummaa isaa: 9:5-8; 10:1-2

barreeffamoota: 9:22-23

deddeebii gaaffii: 9:14-15

dhorkaa jalatti: 17:13-18

dhuunfaatti gargaaruu: 5:28-29, 33; 7:21; 9:7, 15, 19

dursa fudhachuu: 5:3, 17, 29-33; 6:4

gabaasuu: 8:19-29, 31-36

gareedhaan lallabuu: 9:45-46

hojii Waaqayyoo nuuf kenne: 8:2

ijoollee xixinnoo: 8:13-15

ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatu toʼata: 5:28

jaarraa jalqabaa: 8:1-2; 9:1, 4

jw.org fayyadamuu: 9:24-25

kan sabaa: 9:11-12

karaa al idilee taʼeen: 9:26-29

manaa gara manaa: 9:3-9

naannoo tajaajilaa: 9:30-34

naannoowwan afaan garaa garaa itti dubbataman: 9:35-44

ulaagaalee: 8:6-9, 13-15

walgaʼiiwwan tajaajila dirree: 7:20-21

Muuduu: 8:3

Naannoo tajaajilaa

bakka afaan adda addaa dubbatamutti: 9:36-37

galmeessuu: 9:31

garee fi dhuunfaa: 9:31-34

Naannoowwan afaan adda addaa itti dubbataman: 9:35-44

afaan haaraa barachuu: 10:10

gareewwanii fi gar dureewwan: 9:42-44

namni haasofsiisnu afaan kan biraa kan dubbatu yoo taʼe: 9:38-41

Namoota harka qalleeyyii: 12:12-15

Namoota seera malee deddeebiʼan irratti mallattoo gochuu: 14:9-12

Obboleettota

manneen barumsaa tiʼookraasii: 10:17-18

tajaajila hojii ijaarsaa: 10:21

yeroo obboloonni gaʼumsa qaban hin jirretti: 6:9; 7:23

Of murteessuu fi cuuphamuu

(Cuuphamuu ilaali)

Of qooduu: 14:30-33

Qaama Ol Aanaa

adda baasanii beekuu: 3:1-6

akka itti amanamnu argisiisuu: 3:12-15

sababii itti ajajamuu qabnu: 3:9-11; 4:9-11

Qajeelchaa gargaaraa: 10:11-12

Qajeelchitoota addaa: 10:11, 14, 17-18

Qajeelchitoota: 10:11-14

Qindeessaa qaama jaarsolii

babalʼistoota haaraa: 8:8, 14

daawwannaa ilaaltuu ol aanaa aanaa: 5:42-44

herrega odiitii gochuu: 12:7

itti gaafatamummaa walii galaa: 5:26

kaadhimamtoota cuuphaa: 8:18; ful. 208-212

Walgaʼii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa: 7:18

Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa: 7:11-13

Qoʼannaawwan Kitaaba Qulqulluu

barattoonni karaa al idilee taʼeen akka lallaban jajjabeessuu: 8:5

barattoota gara jaarmiyichaatti qajeelchuu: 9:20-21

barbaachisummaa isaa: 9:16-17

gabaasuu: 8:26

Qorumsa, rakkina: 13:4-5; 17:4-19

Qulqullina; Qulqulleessuu

Galma Walgaʼii: 11:7-8

naamusaa, hafuuraa: 13:6-7

qaamaa: 13:8-12

Sagaleedhaan raggaasisuu: 12:6, 9, 11

Sirna awwaalchaa: 11:10-11

Sirreeffama: 14:4, 23-24

Sochiiwwan mana barumsaa: 13:22-24

Tajaajila Beetel: 10:19-20

Tajaajila ijaarsaa: 10:21-23

Garee Hojii Ijaarsaa: 10:23

tajaajilaa fedhaa Diizaayinii fi Ijaarsa Naannoo: 10:23

tajaajilaa fedhaa hojii ijaarsaa: 10:23

tajaajilaa hojii ijaarsaa biyya alaa: 10:23

tajaajilaa hojii ijaarsaa: 10:23

Tajaajila misiyoonummaa: 10:15, 18

Tajaajiltoota gumii

carraaquu: 6:14

dinqisiifannaa keenya argisiisuu: 6:1-2, 15

hojii isaanii: 6:7-12; 11:14

ulaagaalee: 6:3-6

Tokkummaa

buʼuura: 1:6-7; 13:28-29

eebbawwan: 4:15; 5:57; 13:30-31

eeguu: 17:20

haalawwan rakkisoo: 14:3; 17:6

idil addunyaa: 16:6-11

jaarsolii: 5:13, 21

matummaa Kiristoos jalatti: 2:9-11; 4:10-11

Waajjira damee

akkaataa uffannaa fi miidhaginaa yeroo daawwannutti qabaachuu qabnu: 13:13

buusiiwwan erguu: 12:2-4

itti gaafatamummaa: 4:13

yeroo wal qunnamuun hin dandaʼamnetti: 17:15-17

Wal dhabiinsa dhuunfaa

wal dhabiinsa guguddaa hiikuu: 14:13-20

wal dhabiinsa xixinnoo hiikuu: 14:5-6

Walgaʼii aanaa

baasiiwwan: 12:8-11

bakkawwan: 11:18

qindeessuu: 5:49

Walgaʼiiwwan

bakkawwan walgaʼii: 11:1-5, 18-19

barbaachisummaa isaa: 3:12; 7:4, 27; 15:7

daldala beeksisuu: 13:27

haasaa sabaa: 7:5-10

ijoolleen yeroo jiraatan: 11:13

Israaʼelota: 11:1

jaarraa jalqabaa: 7:3; 11:2

jaarsolii: 5:37

Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa: 7:14-19

kaayyoo: 7:1-2

keessummeessitoota: 11:14

Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: 7:17

Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa: 7:11-13

tajaajila dirreef: 7:20-21; 9:45

walgaʼiiwwan aanaa: 7:24

walgaʼiiwwan naannoo: 7:25-26

yeroo hojiin keenya dhorkamu: 17:15-17

yeroo ilaaltuun ol aanaa aanaa daawwatu: 5:43, 47

yeroo obboleettonni geggeessan: 7:23

Walgaʼiiwwan guguddaa

(Walgaʼii Aanaa ilaali)

Walgaʼiiwwan Naannoo: 7:25-27

Yesuus Kiristoos

Kan furu: 2:3

Luba Ol Aanaa: 2:4

Mataa gumii Kiristiyaanaa: 1:10; 2:5

Tajaajilaa: 8:1-2; 9:1

Tiksee Gaarii: 2:6; 5:1

Yihowaadhaaf kan bitamu: 15:5

Yihowaa

gara isaatti dhihaachuu: 17:1-3

Waaqa uumama cufa irratti ol aantummaa qabu: 15:1-4

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi