LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • rj ful. 3
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Gara Yihowaatti Deebiʼi
Gara Yihowaatti Deebiʼi
rj ful. 3

Ittiin Baafata

KUTAA 1 GARA YIHOWAATTI DEEBIʼUUN MAALIIF BARBAACHISE?

Sabni Yihowaa bara duriitti turan rakkoowwan yeroo harʼaa nu mudatanii wajjin wal fakkaatan isaan mudataniiru. Yihowaan harka isaa diriirsee isaan gargaareera; akkuma abdii kennetti nuufis akkasuma nuuf godha. Yihowaan Tiksee hoolota isaatiif xiyyeeffannaa kennuu fi jaalala qabeessa waan taʼeef, hoolota isaa badan ni barbaada, gara isaatti akka deebiʼanis isaan afeera.

Kutaa 1 “Ani Isa Bade Nan Barbaada”

KUTAA 2-4 WANTOOTA DEEBIʼUUN RAKKISAA AKKA TAʼU GODHAN TOKKO TOKKO

Namoonni amanamoon Waaqayyoon waaqeffatan illee yeroo tokko tokko yaaddoon isaan mudateera, miirri isaanii miidhameera, akkasumas sammuun isaanii isaan ceephaʼeera, kunis sochii isaanii irratti dhiibbaa godheera. Yihowaan akka jabaatan, deebiʼanii saba isaatti akka makamanii fi gammachuu isaanii deebisanii akka argatan akkamitti akka isaan gargaare qori.

Kutaa 2 Yaaddoo—“Karaa Hundumaa Gad Dhiibamna”

Kutaa 3 Miirri Keenya Miidhamuu—‘Sababii Itti Komannu’ Yommuu Qabaannu

Of Ceephaʼuu—‘Cubbuu Koo Irraa Ana Qulleessi!’

KUTAA 5 GARA YIHOWAATTI AKKAMITTI DEEBIʼUU DANDEESSA?

Ragaa Yihowaan gara isaatti akka deebitu kan barbaadu taʼuu isaa argisiisu qori. Kiristiyaanonni hedduun akkamitti gara Yihowaatti akka deebiʼan, gumiin akkamitti akka isaan simate, akkasumas jaarsoliin namoonni kun tajaajila isaanii akka itti fufan akkamitti akka isaan gargaaran baradhu.

Kutaa 5 ‘Gara Tiksee Fi Ilaaltuu Ol Aanaa Lubbuu Keetti Deebiʼi’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi