Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Qopheessitootaa Qabate Dhugaa Baatota YIHOWAAFI BARUMSA
Gara Yihowaatti Deebiʼi
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi gara biraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Afaan Oromoo Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi hiika bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaaʼoo Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
Hagayya 2021tti Maxxanfame
Afan Oromo (rj-OA)
© 2015
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA