Ittiin Baafata
Seensa Kutaa 2—Addaamii Kaasee Hanga Bishaan Badiisaatti
3 Addaamii fi Hewaan Waaqayyoof hin Ajajamne
6 Namoonni Saddeet Addunyaa Haaraatti Galan
Seensa Kutaa 3—Bishaan Badiisaatii Kaasee Hanga Yaaqoobitti
8 Abrahaamii fi Saaraan Waaqayyoof Ajajamaniiru
9 Dhuma Irratti Ilma Godhatan!
10 Haadha Manaa Loox Yaadadhaa
13 Yaaqoobii fi Esaawu ni Araaraman
Seensa Kutaa 4—Yoseefii Kaasee Hanga Galaana Diimaatti
14 Garbicha Waaqayyoof Ajajame
15 Yihowaan Matumaa Yoseefiin hin Irraanfanne
17 Museen Yihowaa Waaqeffachuu Filate
19 Dhaʼichawwan Jalqabaa Sadan
20 Dhaʼichawwan Itti Aanan Jaʼaan
22 Dinqii Galaana Diimaa Irratti Raawwatame
Seensa Kutaa 5—Lafa Onaa Keessatti
24 Waadaa Yihowaadhaaf Galan hin Eegne
25 Godoo Qulqullaaʼaa Waaqeffannaadhaaf Oolu
27 Yihowaa Irratti Mormii Kaasan
28 Harreen Balaʼaam ni Dubbatte
Seensa Kutaa 6—Abboota Murtii
32 Geggeessaa Haaraa fi Dubartoota Ija Jabeeyyii Lama
34 Giidewon Miidiyaanota ni Moʼe
35 Haannaan Ilma Argachuuf Kadhatte
37 Yihowaan Saamuʼelitti Dubbate
38 Yihowaan Saamsoniif Humna Guddaa Kenne
Seensa Kutaa 7—Daawitii fi Saaʼol
39 Mootii Israaʼel Isa Jalqabaa
42 Yonaataan Isa Ija Jabeessaa fi Amanamaa
Seensa Kutaa 8—Solomoonii Kaasee Hanga Eliyaasitti
45 Mootummaan Tokko ni Qoodame
46 Qorumsa Gaara Qarmeelos Irratti Geggeeffame
47 Yihowaan Eeliyaasiin ni Jabeesse
48 Ilmi Dubartii Abbaan Manaa Irraa Duʼe Tokkoo Duʼaa ni Kaʼe
49 Mootuu Hamtuun Tokko ni Adabamte
50 Yihowaan Yoshaafaaxiin Oolche
Seensa Kutaa 9—Elsaaʼii Kaasee Hanga Yosiyaasitti
51 Loltuu Tokkoo fi Intala Xinnoo Tokko
52 Fardeenii fi Gaarii Fardaa Ibiddaa Yihowaa
54 Yihowaan Yoonaasiif Obseera
55 Maleekaan Yihowaa Hisqiyaasiif Eegumsa Godhe
56 Yosiyaas Seera Waaqayyoo ni Jaallata Ture
Seensa Kutaa 10—Ermiyaasii Kaasee Hanga Nahimiyaatti
57 Yihowaan Akka Lallabuuf Ermiyaasiin Erge
59 Dargaggoota Yihowaadhaaf Ajajaman Arfan
60 Mootummaa Bara Baraaf Jiraatu
61 Isaan Gombifamanii hin Sagadne
62 Mootummaa Akka Muka Guddaa Taʼe Tokko
63 Barreeffama Keenyan Irratti Mulʼate
64 Daaniʼel Boolla Leencotaa Keessatti Darbatame
66 Izraan Seera Waaqayyoo Barsiise
Seensa Kutaa 11—Yohaannis Cuuphaa fi Yesuus
69 Gabriʼeel Maariyaam Bira Dhaqe
70 Maleekonni, Yesuus Dhalachuu Isaa Beeksisan
71 Yihowaan Yesuusiif Eegumsa Godhe
72 Yesuus Yeroo Ijoollee Turetti
73 Yohaannis Karicha Qopheesse
Seensa Kutaa 12—Tajaajila Yesuus
76 Yesuus Mana Qulqullummaa Qulqulleesse
77 Dubartii Boolla Bishaanii Bira Turte
78 Yesuus Ergaa Mootummichaa Lallabe
79 Yesuus Dinqii Hedduu Raawwate
80 Yesuus Ergamoota Kudha Lama Filate
81 Lallaba Gaara Tokko Irratti Kenname
82 Yesuus Akkamitti Akka Kadhatan Barattoota Isaa Barsiise
83 Yesuus Namoota Kumaan Lakkaaʼaman Nyaachise
85 Yesuus Guyyaa Sanbataatti Fayyise
86 Yesuus Alaazaariin Duʼaa Kaase
Seensa Kutaa 13—Torban Xumuraa Jireenya Yesuus Isa Lafa Irraa
87 Irbaata Yesuus Yeroo Dhumaatiif Irratti Argame
92 Yesuus Namoota Qurxummii Qabanitti Mulʼate
93 Yesuus Gara Samiitti Ol Deebiʼe
Seensa Kutaa 14—Kiristiyaanummaan ni Babalʼate
94 Barattoonni Hafuura Qulqulluu Argatan
95 Eenyu Iyyuu Isaan Dhaabsisuu hin Dandeenye
97 Qorneelewos Hafuura Qulqulluu Argate
98 Kiristiyaanummaan Biyyoota Hedduutti Babalʼate
99 Eegduun Mana Hidhaa Tokko Kiristiyaana Taʼe