Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Qopheessitootaa Qabate
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaa’an keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
Amajjii 2025 Maxxanfame
Oromo (lfb-OA)
© 2017
Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania