LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • lfb ful. 6-7
  • Seensa Kutaa 1

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seensa Kutaa 1
  • Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaʼee Yihowaa Uumamarraa Caalaatti Baradhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Waaʼee Yihowaa Ijoollee Keessan Barsiisuuf Uumamatti Fayyadamaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Uumamni Jaalala Yihowaa kan Mulʼisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Seenaa Uumamaa Dhokatee Jiru
    Dammaqaa!—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
lfb ful. 6-7
Namoota uumamatti gammadaa jiran

Seensa Kutaa 1

Kitaaba Qulqulluu dubbisuu yommuu jalqabnu, seenaa Waaqayyo wantoota uumama cufa keessatti argaman uumuu isaa ibsu arganna; seenaan kun Yihowaan wantoota babbareedoo samii fi lafa irratti uumee hubachuuf nu gargaara. Warra yoo taatan, mucaan keessan uumamawwan adda addaa hedduu akka hubatu gargaaraa. Waaqayyo namoota bineeldota irra guddaa caalchisee akka uume, jechuunis dandeettii dubbachuu, yaaduu, wantoota haaraa kalaquu, faarfachuu fi kadhachuu akka isaaniif kenne ibsaafii. Humnaa fi ogummaa Yihowaa, keessumaa immoo nuunis dabalatee jaalala inni uumamawwan isaa hundatti argisiise akka dinqisiifatu isa gargaaraa.

BARUMSAWWAN IJOO

  • Yihowaa fi Ilmi isaa lafa bakka jireenyaa keenya akka nuuf taatuuf uuman

  • Yihowaan dhiiraa fi dubartii jalqabaa kan uume siʼa taʼu, dandeettii ijoollee godhachuu isaaniif kenneera; karaa kanaan maatii hundeesseera

  • Kaayyoon Yihowaa namoonni nagaa fi tokkummaadhaan bara baraaf akka jiraataniifi dha

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi