LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • lfb ful. 94-95
  • Seensa Kutaa 7

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seensa Kutaa 7
  • Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Daawitii fi Saaʼol
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Daawit Baqachuu Kan Qabu Maaliifi
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Qabiyyee 1 Saamuʼel
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Daawit Mootii Ta’e
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
Dabalataan Ilaaluuf
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
lfb ful. 94-95
Daawit hoolota amaaketa irraa yommuu oolchu

Seensa Kutaa 7

Kutaan kun seenaa jireenyaa Saaʼol Mootichaa fi Daawit Mootichaa waggaa 80 keessatti raawwatame ibsa. Jalqaba, Saaʼol nama gad of qabuu fi Waaqayyoon sodaatu ture; booda garuu waan jijjiirameef qajeelfama Yihowaa hordofuu dhiise. Yihowaanis isa tuffate; yeroo booda Saamuʼel, Daawit mootii Israaʼel itti aanu akka taʼuuf akka isa muudu ajaje. Saaʼol hinaaffaadhaan Daawitiin ajjeesuuf yeroo baayʼee yaalii godhee ture; Daawit garuu matumaa Saaʼoliin ajjeesuuf hin yaanne. Ilmi Saaʼol Yonaataan, Yihowaan Daawitiin akka filate waan beekeef, Daawitiif amanamaa taʼeera. Daawit cubbuu cimaa raawwatee kan ture taʼus, matumaa adaba Yihowaa fudhachuu hin didne. Warra yoo taatan, ijoolleen keessan yeroo hunda qophii Yihowaa deggeruu akka qaban akka hubatan gargaaraa.

BARUMSAWWAN IJOO

  • Jaalalaan kakaanee ajajamuun keenya wanta Yihowaadhaaf kennuu dandeenyu keessaa isa baayʼee barbaachisaa taʼe dha

  • Haaloo baʼuu mannaa hanga Yihowaan haqa jalʼate sirreessutti obsaan eeggadhaa

  • Cubbuu cimaa yoo hojjenne, dhoksuuf yaaluu hin qabnu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi