SAANDUQA 9C
Yihowaan Abdii Kenne ni Raawwata—Yeroo Ammaatti
1. Waaqeffannaa qulqulluu waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa bilisa taʼe
2. Beelli hafuuraa ni xumurame
3. Aarsaawwan galataa ni dhihaatan
4. Dhiirota amanamoo dursa fudhatanii geggeessan
5. Addunyaa maratti waaqeffannaadhaan tokko taʼuu