LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • scl ful. 10
  • Abbaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Abbaa
  • Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
scl ful. 10

Abbaa

Abbaan tokko itti gaafatamummaa akkamii qaba?

Kes 6:6, 7; Efe 6:4; 1Xi 5:8; Ibr 12:9, 10

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 22:2; 24:1-4—Abrahaam ilma isaa Yisihaaqiin baayʼee waan jaallatuuf, ilmi isaa kun haadha manaa Yihowaa waaqeffattu akka argatuuf carraaqqii cimaa godheera

    • Mat 13:55; Mar 6:3—Yesuus “ilma anaaxichaa” fi “anaaxicha” waan jedhameef Yoseef ogummaa akka isa barsiise hubachuu dandeenya

Gaʼee abbaan tokko maatii keessatti qabuuf iddoo guddaa kennuu fi kabajuu kan qabnu maaliifi?

Bau 20:12

Dabalataanis Mat 6:9 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Hos 11:1, 4—Yihowaan fakkeenya gaarii isaaniif taʼuudhaan abbootii akka kabaju argisiiseera. Akkuma abbaan tokko ijoollee isaaf godhu, Yihowaan saba isaa ni barsiisa akkasumas ni kunuunsa

    • Luq 15:11-32—Yesuus yeroo barsiisu, fakkeenya Yihowaan abbaa jaalala qabeessa cubbamoota yaada geddarataniif dhiifama godhu taʼuu isaa argisiisu tokko dubbachuudhaan abbootii akka kabaju argisiiseera

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi