LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • scl ful. 90
  • Maqaawwan Ulfinaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maqaawwan Ulfinaa
  • Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
scl ful. 90

Maqaawwan Ulfinaa

Kiristiyaanonni maqaawwan ulfinaa dhaabbileen amantaa itti fayyadamanitti fayyadamuu qabuu?

Yoh 5:41

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Luq 18:18, 19—Yesuus nama gaarii taʼus gaarii jedhamuu kan qabu Yihowaa qofa akka taʼe dubbachuudhaan maqaa ulfinaa “Barsiisaa Gaarii” jedhuun waamamuu dideera

Kiristiyaanonni maqaawwan ulfina “Abbaa” ykn “Geggeessaa” jedhamaniin namoota waamuu kan hin qabne maaliifi?

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Mat 23:9-12—Yesuus maqaawwan ulfinaa kan akka “Abbaa” ykn “Geggeessaa” jiranitti fayyadamuu dhorkeera

    • 1Qo 4:14-17—Phaawulos ergamaan Kiristiyaanota hedduudhaaf akka abbaa kan ture taʼus, Aabbaa Phaawulos ykn maqaa kana fakkatuun akka waamame hin ibsamne

Kiristiyaanonni obboloota jedhanii wal waamuu fi akkasitti wal ilaaluu kan qaban maaliifi?

Mat 23:8

Dabalataanis HoE 12:17; 18:18; Rom 16:1 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Mat 12:46-50—Yesuus barattoonni isaa obbolootaa fi obboleettota hafuuraasaa akka taʼan ifa godheera

Kiristiyaanonni abbootii taayitaa, bulchitoota, abbootii murtii fi warra aangoo qaban kan biroo maqaa ulfinaatiin waamuun isaanii sirrii kan taʼe maaliifi?

Rom 13:1, 7; 1Ph 2:17

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • HoE 26:1, 2, 25—Phaawulos ergamaan bulchitoota kan taʼan Agriiphaa fi Feesxosiin yeroo waametti maqaa ulfinaatti fayyadameera

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi