LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • scl ful. 24
  • Amanamummaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amanamummaa
  • Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
scl ful. 24

Amanamummaa

Kes 25:13-16; Fr 18:25; Luq 1:74, 75; 2Qo 8:21; Efe 4:24, 25; Mul 15:4; Ibr 13:18

Dabalataanis Iyo 6:25; Fr 116:15; 145:17; Fak 3:32; 6:16-19; 2Qo 6:3, 4, 7, 8 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Rut 1:16, 17; 3:10—Ruut Yihowaa fi Naaʼomiidhaaf amanamtuu taʼuuf murteessitee turte

    • 2Mo 2:1, 2, 4, 6—Eelsaaʼi, Eeliyaas raajichatti amanamummaadhaan maxxanuuf murteessee ture

    • Fr 15:1-5—Yihowaan michoota isaa akka taʼan kan filatu namoota akkamii akka taʼe ibseera; amala akka isaan qabaatan barbaadu keessaa tokko amanamummaadha

    • HoE 5:1-10—Anaaniyaasii fi Saphiiraan amanamoo utuu hin taʼin waan hafaniif adabamaniiru

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi