Amala Kiristiyaanotaa
Kiristiyaanonni wanta itti amananii wajjin wal simanii jiraachuu kan qaban maaliifi?
Fakkeenya eenyuu hordofuu qabna?
Kiristiyaanonni ulaagaa Waaqayyootiin jiraachuun isaanii buʼaa akkamii argamsiisa?
Dabalataanis 1Xi 4:12; Tit 2:4-8; 1Ph 3:1, 2; 2Ph 2:2 ilaali
Caqasoonni armaan gadii amala sirrii hin taanerraa fagaachuuf kan nu gargaaran akkamitti?
Dabalataanis Mat 5:28; 15:19; Rom 1:26, 27; Efe 2:2, 3 ilaali
Caqasoonni armaan gadii wanta sirrii raawwachuuf kan nu gargaaran akkamitti?
Rom 12:2; Efe 4:22-24; Flp 4:8; Qol 3:9, 10
Dabalataanis Fak 1:10-19; 2:10-15; 1Ph 1:14-16 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Uma 39:7-12—Yoseef qorumsa haati manaa Phoxifaar isarraan geessiste dandamateera
Iyo 31:1, 9-11—Iyyoob dubartii haadha manaasaa hin taaneef xiyyeeffannaa sirrii hin taane kennuu dhiisuuf murteessee ture
Mat 4:1-11—Yesuus qorumsa Seexanaa mormeera
Kiristiyaanonni amala dogoggoraa akkamii qabaachuu hin qaban?
“Amala Dogoggoraa” isa jedhu ilaali
Kiristiyaanonni gocha dogoggoraa akkamii raawwachuu hin qaban?
“Gocha Dogoggoraa” isa jedhu ilaali
Kiristiyaanonni amalawwan gaggaarii akkamii horachuu qabu?
Qulqullummaa
2Qo 11:3; 1Xi 4:12; 5:1, 2, 22; 1Ph 3:1, 2
Dabalataanis Flp 4:8; Tit 2:3-5 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Uma 39:4-12—Yoseef haati manaa Phoxifaar dhiibbaa walirraa hin cinne isarraan geessistus qulqullummaasaa eeggateera
Wed 4:12; 8:6—Shulaamittiin jaalallee ishiitiif amanamtuu turte, qulqullummaa ishiis eeggatteetti, ishiin iddoo biqiltuu cufamaatti fakkeeffamteetti
Yihowaatti amanamuu
“Yihowaatti Amanamuu” isa jedhu ilaali
Warri kaan akka nu caalanitti yaaduu
“Gad of Qabuu” isa jedhu ilaali
Wanta qabnutti gammaduu
“Wanta Qabnutti Gammaduu” isa jedhu ilaali
Waltaʼiinsaan hojjechuu
Lal 4:9, 10; 1Qo 16:16; Efe 4:15, 16
Dabalataanis Fr 110:3; Flp 1:27, 28; Ibr 13:17 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
1Se 25:1-8—Daawit Mootichi tajaajila qulqulluudhaaf faarfattootaa fi namoota ogummaa muuziqaa qaban kan gurmeesse siʼa taʼu, hojii kana raawwachuun immoo wal taʼiinsaan hojjechuu gaafata
Nah 3:1, 2, 8, 9, 12; 4:6-8, 14-18, 22, 23; 5:16; 6:15—Yihowaan sabni isaa wal taʼiinsaan waan hojjetaniif isaan eebbiseera, kanaafuu guyyaa 52 gidduutti dallaa Yerusaalem deebisanii ijaaraniiru
Ija jabina
“Ija jabina” isa jedhu ilaali
Warra kaan jajjabeessuu fi ijaaruu
Isa 35:3, 4; Rom 1:11, 12; Ibr 10:24, 25
Dabalataanis Rom 15:2; 1Ta 5:11 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
1Sa 23:15-18—Yonaataan, Daawit isa Saaʼol mootichi ariʼachaa ture jajjabeesseera
HoE 15:22-31—Qaamni olaanaa jaarraa jalqabaa karaa bakka buʼoota isaa gumiiwwaniif xalayaa ergeera, kunis jajjabina argamsiiseera
Jabaatanii dhaabachuu; dandaʼuu
Mat 24:13; Luq 21:19; 1Qo 15:58; Gal 6:9; Ibr 10:36
Dabalataanis Rom 12:12; 1Xi 4:16; Mul 2:2, 3 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Ibr 12:1-3—Phaawulos ergamaan fakkeenya Yesuusitti fayyadamuudhaan Kiristiyaanonni jabaatanii akka dhaabbatan isaan jajjabeesseera
Yaq 5:10, 11—Yaaqoob, Iyyoob jabaatee akka dhaabbatee fi Yihowaanis akka isa kiise ibseera
Wanta hundumaarratti amanamaa taʼuu
Dabalataanis Uma 6:22; Bau 40:16 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Dan 1:3-5, 8-20—Daaniʼel raajichii fi michoonnisaa sadan nyaata Seera Musee keessatti dhorkame ilaalchisee ejjennoo qaban hin laaffisne
Luq 21:1-4—Yesuus buusii xinnoon dubartiin abbaan manaa irraa duʼe tokko goote amantii guddaa akka qabdu akka argisiisu hubateera
Yihowaa sodaachuu
Dabalataanis Fr 111:10 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Nah 5:14-19—Nahimiyaan inni bulchaa ture Yihowaa sodaachuunsaa, akka bulchitoota kaanii saba Waaqayyoorraa faayidaa sirrii hin taane argachuuf yaaluurraa isa eegeera
Ibr 5:7, 8—Yesuus Waaqayyoon sodaachuurratti fakkeenya taʼeera
Firii hafuuraa
“Firii Hafuura Waaqayyoo” isa jedhu ilaali
Arjummaa
“Arjummaa” isa jedhu ilaali
Waaqayyoof buluu
Dabalataanis 1Xi 5:4; 2Xi 3:12 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
HoE 10:1-7—Yihowaan, Qorneelewos Yihudii taʼuu baatus, arjaa, nama yeroo hundumaa kadhatu, Waaqayyoof buluu fi Waaqayyoon sodaatu akka taʼe hubateera
1Xi 3:16—Yesuus Waaqayyoof buluu irratti fakkeenya hundarra caalu nuuf taʼa
Dubbii gaarii fi nama ijaaru
Fak 12:18; 16:24; Qol 4:6; Tit 2:6-8
Dabalataanis Fak 10:11; 25:11; Qol 3:8 ilaali
Keessummaa simachuu
“Keessummaa Simachuu” isa jedhu ilaali
Gad of qabuu; humna ofii beekuu
“Gad of Qabuu” isa jedhu ilaali
Looguu dhiisuu
“Looguu Dhiisuu” isa jedhu ilaali
Garaa guutuudhaan hojjechuu
“Hojii” isa jedhu ilaali
Waaqayyoof amanamaa taʼuu
“Waaqayyoof amanamaa taʼuu” isa jedhu ilaali
Namootaaf garaadhaa yaaduu
Amanamummaa
“Amanamummaa” isa jedhu ilaali
Gara Laafina
“Gara Laafina” isa jedhu ilaali
Barsiifata Madaalamaa Qabachuu
Dabalataanis Fak 23:1-3; 25:16 ilaali
Ajajamuu
“Ajajamuu” isa jedhu ilaali
Seera qabeessa
Kadhannaatti jabaachuu
Fr 141:1, 2; Rom 12:12; Qol 4:2; 1Ta 5:17; 1Ph 4:7
Dabalataanis “Kadhannaa” isa jedhu ilaali
Dhiifama gochuuf qophaaʼaa taʼuu
“Dhiifama gochuu” isa jedhu ilaali
Kabaja argisiisuu
Dabalataanis Efe 5:33; 1Ph 3:1, 2, 7 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Lak 14:1-4, 11—Yihowaan, Israaʼelonni Musee raajichaa fi Aaron isa Luba Olaanaa taʼe kabajuu dhiisuun isaanii isa kabajuu dhiisuu akka taʼetti ilaaleera
Mat 21:33-41—Yesuus, wanta namoota raajota Yihowaa fi Ilmasaa hin kabajnerra gaʼu fakkeenya tokkotti fayyadamee ibseera
Jireenya keenya keessatti fedha Yihowaatiif iddoo guddaa kennuu
Mat 6:33; Rom 8:5; 1Qo 2:14-16
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Ibr 11:8-10—Abrahaam Mootummaan Waaqayyoo waan isaaf dhugoomeef akka nama biyya ormaatti dunkaana keessa jiraateera
Ibr 11:24-27—Filannoon Museen jireenya isaa keessatti godhe Yihowaan akka isaaf dhugoome argisiisa
Bitamuu
Dabalataanis Yoh 6:38; Efe 5:22-24; Qol 3:18 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Luq 22:40-43—Yesuus akkas gochuun yeroo baayʼee rakkisaa taʼettillee, abbaa isaatiif bitamuudhaan fakkeenya taʼeera
1Ph 3:1-6—Pheexiros ergamaan, Saaraan bitamuurratti haadhotii manaa Kiristiyaanota taʼaniif fakkeenya akka taatu ibseera
Garaadhaa namaaf gadduu
“Namaaf gadduu” isa jedhu ilaali
Dhugaa dubbachuu
“Amanamummaa” isa jedhu ilaali