LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • scl ful. 110
  • Sobuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sobuu
  • Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
scl ful. 110

Sobuu

Yihowaan namoota waadaa galan hin eegneef ilaalcha akkamii qaba?

Rom 1:31, 32

Dabalataanis Fr 15:4; Mat 5:37 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Bau 9:27, 28, 34, 35—Faraʼoon saba Waaqayyoo gadi dhiisuuf walii galee ture; booda garuu waadaasaa kana cabseera

    • His 17:11-15, 19, 20—Yihowaan, Zedeeqiyaan Mootichi waadaa mootii Baabiloniif gale cabsuu isaatiin kan kaʼe isa adabeera

    • HoE 5:1-10—Anaaniyaasii fi Saphiiraan maallaqa lafa isaanii ittiin gurguran hunda gumiidhaaf kennineerra jechuudhaan soba dubbataniiru

Yihowaan namoota sobaan maqaa namaa balleessaniif ilaalcha akkamii qaba?

Fr 15:1-3; Fak 6:16-19; 16:28; Qol 3:9

Dabalataanis Fak 11:13; 1Xi 3:11 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 2Sa 16:1-4; 19:24-30—Ziibaa inni tajaajilaa Mefibosheet ture maqaa Mefibosheet balleesseera

    • Mul 12:9, 10—Diyaabilos inni maqa balleessituu taʼe yeroo hundumaa tajaajiltoota Waaqayyoo irratti himata dhiheessa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi