LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • scl ful. 110
  • Shakkii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Shakkii
  • Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
scl ful. 110

Shakkii

Waaqayyo duratti gatii qabaachuu keenyaa fi dandeettii keenya shakkuun miira akkamii nutti uumuu dandaʼa?

Lak 11:14, 15; 1Mo 19:1-4; Iyo 3:3; Er 15:10

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Dan 10:8-11, 18, 19—Daaniʼel dadhabbiin isatti dhagaʼamee ture, taʼus yommuu maleekaan tokko Yihowaa biratti iddoo guddaa akka inni qabu isa yaadachiisetti humna argateera

    • Mat 10:29-31—Yesuus Yihowaan akka nu jaallatuu fi akka nuuf yaadu dimbiixiitti fayyadamee fakkeenyaan ibseera

  • Caqasoota nama jajjabeessan:

    • Er 31:3; Yoh 6:44; Ibr 6:10; 1Ph 1:18, 19; 1Yo 3:19, 20

    • Dabalataanis Fr 56:8; Er 29:11 ilaali

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi