Sassata
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Lak 11:4, 5, 31-33—Israaʼelonni sassattoota waan taʼanii fi hamma nyaachuu dandaʼan caalaa dimbiriqqee waan walitti qabataniif adabamaniiru
2Mo 5:20-27—Gehaaz sassataan kakaʼee wanta raajiin Yihowaa hin dubbanne waan dubbateef Yihowaan isa adabeera