LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • scl ful. 107-108
  • Qeenxee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qeenxee
  • Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
scl ful. 107-108

Qeenxee

Qeenxee taʼanii jiraachuun kennaadha jedhamuu kan dandaʼu akkamitti?

Mat 19:10-12; 1Qo 7:7, 37, 38

Kiristiyaanonni qeenxeen akka fuudhan ykn akka heeruman dhiibbaa isaanirratti gochuun sirrii kan hin taane maaliifi?

1Qo 7:28, 32-35; 1Ta 4:11

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Rom 14:10-12—Phaawulos ergamaan obboleessa keenyatti murteessuun dogoggora kan taʼe maaliif akka taʼe ibseera

    • 1Qo 9:3-5—Phaawulos fuudhuuf mirga qaba ture; taʼus qeenxee taʼuunsaa tajaajila isaarratti xiyyeeffachuuf isa gargaareera

Kiristiyaanonni qeenxeen jireenya gammachiisaa jiraachuuf dirqama gaaʼela dhaabbachuu akka qaban isaanitti dhagaʼamuu qabaa?

1Qo 7:8

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Abo 11:30-40—Intalli Yiftaa kan hin heerumne taatus jireenya gammachiisaa jiraatteetti

    • HoE 20:35—Wantoonni Kiristoos dubbate kun akka argisiisanitti, inni kan hin fuune taʼus, warra kaan waan gargaareef gammachuu qaba ture

    • 1Ta 1:2-9; 2:12—Phaawulos ergamaan inni qeenxee ture, namoonni hedduun Yihowaa akka beekan waan gargaareef, tajaajilla isaarraa gammachuu akka argate ibseera

Namoonni qeenxeen, akkuma tajaajiltoota Waaqayyoo kaanii naamusa qulqulluu qabaachuu kan qaban maaliifi?

1Qo 6:18; Gal 5:19-21; Efe 5:3, 4

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Fak 7:7-23—Solomoon Mootichi, dargaggeessi tokko dubartii ejjituu tokkoon gowwoomfamuun isaa gadda guddaaf akka isa saaxile ibseera

    • Wed 4:12; 8:8-10—Shamarreen Shulaam naamusa qulqulluu qabaachuu isheetti jajamteetti

Namni qeenxeen tokko gaaʼela dhaabbachuuf yaaduun isaa sirrii kan taʼu yoomi?

1Qo 7:9, 36

Dabalataanis 1Ta 4:4, 5 ilaali

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi