LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CA-brpgm24 ful. 4
  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  • Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2023-2024—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2020-2021—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2024-2025—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2021-2022—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2019-2020—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2023-2024—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
CA-brpgm24 ful. 4

Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu:

  1. 1. Gara boqonnaa Waaqayyootti galuu kan dandeenyu akkamitti? (Uma. 2:1-3; Ibr. 4:1, 11)

  2. 2. “Dubbiin Waaqayyoo” jireenya keenya keessatti humna qabaachuu kan dandaʼu akkamitti? (1 Tas. 2:13; Ibr. 4:12)

  3. 3. Qajeelfama argachuuf gara Yihowaa ilaaluu keenya itti fufuu kan qabnu maaliifi? (Isa. 26:7-9, 15, 20)

  4. 4. Eebba Yihowaa argachuuf maal gochuu qabna? (1 Phe. 1:13-15; 1 Yoh. 5:3)

  5. 5. Garaa Yihowaa gammachiisuu kan dandeenyu akkamitti? (Far. 71:14, 15; Rom. 12:2; 1 Phe. 4:10)

  6. 6. Tajaajila Yihowaadhaaf dhiheessinutti gammaduu kan dandeenyu akkamitti? (Yoh. 5:17)

© 2023 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

CA-brpgm24-OA

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi