LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CA-brpgm22 ful. 4
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  • Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2021-2022—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2021-2022—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Carraaqaa
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2018-2019—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Amantii—Amala Nama Cimsu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2023-2024—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2021-2022—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
CA-brpgm22 ful. 4

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu:

  1. 1. Amantii keenya ammuma cimsachuun kan nu barbaachisu maaliifi? (Ibr. 10:39)

  2. 2. Yihowaan kan hin mulʼanne taʼus isa “arguu” kan dandeenyu akkamitti? (Ibr. 11:27)

  3. 3. Raajii Kitaaba Qulqulluu qoruun faayidaa qaba kan jennu maaliifi? (Rom. 10:17)

  4. 4. Hafuurri qulqulluun amantii keenya guddifachuuf kan nu gargaaru akkamitti? (Luq. 11:13; Gal. 5:22)

  5. 5. Warri kaan amantii isaanii akka cimsatan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti? (1 Tas. 2:7, 8)

  6. 6. ‘Bakka Buʼaa Guddaa fi Fiixaan Baasaa amantii keenyaa xiyyeeffannaadhaan ilaaluu’ kan qabnu maaliifi? (Ibr. 12:2, 3)

© 2021 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

CA-brpgm22-OA

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi