Amantii Keessan Cimsadhaa!
GANAMA
3:40 Muuziqaa
3:50 Faarfannaa Lakk. 119 fi Kadhannaa
4:00 Amantii Keenya Ammuma Cimsachuu kan Qabnu Maaliifi?
4:15 “Isa Ijaan hin Argamne Sana” ni Argituu?
4:30 “Amantiin Dubbicha Dhagaʼuu Irraa Argama”
4:55 Faarfannaa Lakk. 104 fi Beeksisa
5:05 ‘Firiin Hafuuraa Amantii Dha’
5:35 Haasaa Cuuphaa
6:05 Faarfannaa Lakk. 50
WAAREE BOODA
7:20 Muuziqaa
7:30 Faarfannaa Lakk. 3
7:35 Muuxannoo
7:45 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa
8:15 Simpooziyemii: Warri Kaan Amantii Isaanii Akka Cimsatan Gargaaraa
• Ijoollee Keessan
• Barattoota Kitaaba Qulqulluu Keessan
• Obboloota Keessan
9:00 Faarfannaa Lakk. 38 fi Beeksisa
9:10 “Bakka Buʼaa Guddaa fi Fiixaan Baasaa Amantii Keenyaa . . . Xiyyeeffannaadhaan Ilaalaa”
9:55 Faarfannaa Lakk. 126 fi Kadhannaa