Gara Boqonnaa Waaqayyootti Galaa!
Ganama
3:40 Muuziqaa
3:50 Faarfannaa Lakk. 87 fi Kadhannaa
4:00 Gara Boqonnaa Waaqayyootti Galaa—Akkamitti?
4:15 ‘Dubbiin Waaqayyoo Jiraataadha’—Maal Jechuudha?
4:30 Qajeelfama Argachuuf Gara Yihowaa Ilaaluu Keessan Itti Fufaa
4:55 Faarfannaa Lakk. 89 fi Beeksisa
5:05 Yihowaan Namoota Ajajamoo Taʼan ni Eebbisa
5:35 Haasaa Cuuphaa
6:05 Faarfannaa Lakk. 32
Waaree Booda
7:20 Muuziqaa
7:30 Faarfannaa Lakk. 49
7:35 Muuxannoo
7:45 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa
8:15 Simpooziyemii: Garaa Yihowaa Gammachiisaniiru!
• Dargaggoonni
• Obboleettonni
• Maanguddoonni
9:00 Faarfannaa Lakk. 38 fi Beeksisa
9:10 Tajaajila Yihowaadhaaf Dhiheessitanitti Gammadaa
9:55 Faarfannaa Lakk. 118 fi Kadhannaa