Garaa Keessan Guutuudhaan Yihowaa Jaalladhaa
GANAMA
3:40 Muuziqaa
3:50 Faarfannaa Lakk. 109 fi Kadhannaa
4:00 “Waaqayyoon Jaallachuu Jechuun Ajajawwan Isaa Eeguu Dha”
4:15 Yihowaa Jaallachuu Jechuun Obboleessa Keessan Jaallachuu Jechuu Dha
4:30 ‘Nama Akka Ofii Keessaniitti Jaalladhaa’
4:55 Faarfannaa Lakk. 82 fi Beeksisa
5:05 “Jaalalli Cubbuu Hedduu ni Haguuga”
5:35 Haasaa Cuuphaa
6:05 Faarfannaa Lakk. 50
WAAREE BOODA
7:20 Muuziqaa
7:30 Faarfannaa Lakk. 62
7:35 Muuxannoo
7:45 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa
8:15 Simpooziyemii: Jireenya Keessan Guutuu Yihowaa Jajadhaa
Ijoolleen
Dargaggoonni
Gaʼeessonni
9:00 Faarfannaa Lakk. 10 fi Beeksisa
9:10 Garaa Keessan Guutuudhaan Yihowaa Jaalladhaa
9:55 Faarfannaa Lakk. 37 fi Kadhannaa