“Yihowaatti Gammadaa”
GANAMA
3:40 Muuziqaa
3:50 Faarfannaa Lakk. 9 fi Kadhannaa
4:00 “Yihowaatti gammadaa, ililchaas”
4:15 Haalawwan Rakkisaa Keessatti Gammachuu Qabaachuu
4:30 Tajaajila Keessan Irratti ‘Gammachuudhaan Guutamaa’
4:55 Faarfannaa Lakk. 76 fi Beeksisa
5:05 Garaa keessanitti ‘Baʼaan Akka Ulfaatu’ hin Godhinaa
5:35 Haasaa Cuuphaa
6:05 Faarfannaa Lakk. 51
WAAREE BOODA
7:20 Muuziqaa
7:30 Faarfannaa Lakk. 111
7:35 Muuxannoo
7:45 Yaadawwan ijoo Masaraa Eegumsaa
8:15 Simpooziyemii: Yihowaan Gammachuu Nuuf Argamsiisa
• Namoota Barattoota Yeroo Goonu
• Warra Karaa Hafuuraa Obboloota Keenya Taʼan Yeroo Gargaarru
• Qorumsa Yeroo Obsaan Dandeenyu
9:00 Faarfannaa Lakk. 2 fi Beeksisa
9:10 Yeroo Hunda Yihowaa of Dura Kaaʼaa
9:55 Faarfannaa Lakk. 7 fi Kadhannaa