FAARFANNAA 50
Kadhannaa Of Murteessuu Koo Argisiisu
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
1. Garaa kiyya kenne siif
Dhugaaf ogummaa baruuf.
Afaan koo si haa faarsu,
Mootii koo ol haa kaasu.
2. Harkaaf miilla koo fudhu;
Waan feete ʼttiin raawwadhu.
Meetiif warqii koo hoodhu.
Yaa Gooftaa sin dhoowwadhu.
3. Jireenya koo geggeessi,
Fedha keen wal simsiisi.
Na fudhu guutummaatti;
Gammadi hojii kootti.
(Dabalataan, Far. 40:8; Yoh. 8:29; 2 Qor. 10:5 ilaali.)