LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Hagayya ful. 4
  • Faarfannaadhaan Yihowaa Jajadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Faarfannaadhaan Yihowaa Jajadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gammachuudhaan Faarfadhaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Yihowaa Faarfadhaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Hagayya ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 15-16

Faarfannaadhaan Yihowaa Jajadhaa

15:1, 2, 11, 18, 20, 21

Muuziqaan sammuu fi qaama keenya irratti dhiibbaa guddaa godha. Faarfannaan waaqeffannaa Yihowaadhaaf dhiheessinu keessatti iddoo guddaa qaba.

  • Museenii fi Israaʼeloonni muraasni faarfannaa injifannoo faarfachuudhaan Yihowaa jajachaa jiru.

    Musee fi Israaʼeloonni Yihowaan Galaana Diimaa biratti dinqiidhaan waan isaan oolcheef faarfannaadhaan isa jajataniiru

  • Lewwoonni waaqeffannaa Yihowaadhaaf dhiheessan irratti malakata afuufaa fi faarfachaa jiru.

    Daawit Mootichi mana qulqullummaa keessatti muuziqaa akka taphatanii fi akka faarfatan dhiirota 4,000 muudee ture

  • Yesuusii fi ergamoonni isaa amanamoon faarfannaadhaan Yihowaa jajachaa jiru.

    Yesuus galgala duʼuu isaa dura turetti, ergamoota isaa amanamoo wajjin faarfannaadhaan Yihowaa jajateera

Carraawwan faarfannaadhaan Yihowaa ittiin jajachuu dandaʼu akkamiin qaba?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi