Hagayya Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Hagayya 2020 Maree Fakkeenya Taʼu Hagayya 3-9 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 13-14 ‘Jabaadhaa Dhaabadhaatii Gocha Waaqayyo Isin Fayyisuudhaaf Raawwatu Ilaalaa!’ AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Yeroo Dhumni Dhihaatee Jiru Kanatti Jabaadhaa Dhaabbadhaa Hagayya 10-16 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 15-16 Faarfannaadhaan Yihowaa Jajadhaa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Qajeelchaa Taʼuudhaan Yihowaa Jajadhaa Hagayya 17-23 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 17-18 Dhiironni Humna Ofii Beekan Warra Kaan ni Leenjisu, Itti Gaafatamummaas Isaaniif ni Kennu Hagayya 24-30 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 19-20 Ajajawwan Kurnan kan Isin Ilaallatan Akkamitti? Hagayya 31–Fulbaana 6 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 21-22 Ilaalcha Yihowaan Lubbuudhaaf Qabu Qabaadhaa