LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Hagayya ful. 2
  • Hagayya 3-9

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 3-9
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Hagayya ful. 2

Hagayya 3-9

BA’UU 13-14

  • Faarfannaa 148 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Jabaadhaa Dhaabadhaatii Gocha Waaqayyo Isin Fayyisuudhaaf Raawwatu Ilaalaa!”: (Daq. 10)

    • Bau 14:13, 14—Museen Yihowaan Israaʼeloota akka oolchu amantii qabu ibse (w13 4/1 4)

    • Bau 14:21, 22—Yihowaan dinqii raawwachuudhaan isaan oolche (w18.09 26 key. 13)

    • Bau 14:26-28—Yihowaan Faraʼoonii fi raayyaa waraanaa isaa balleesseera (w09 3/15 7 key. 2-3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 13:17—Yihowaan yeroo Israaʼeloota biyya Gibxiitii baasetti akka isaaniif yaadu kan argisiise akkamitti? (w07 12/1 22 key. 9)

    • Bau 14:2—Akka Israaʼeloonni qaxxaamuraniif Galaanni Diimaan kan gargar hirame iddoo kamitti taʼuu dandaʼa? (it-1-E 782 key. 2-3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 13:1-20 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yaada Xumuraa Buʼa Qabeessa jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 20 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w07 12/1 23-25 key. 13-16—Mata Duree: Fayyina Israaʼeloonni Galaana Diimaa Biratti Argatan Irraa Barumsa Akkamii Arganna? (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 127

  • “Yeroo Dhumni Isaa Dhihaatee Jiru Kanatti Jabaadhaa Dhaabbadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wantoota Gara Fuulduraatti Raawwatamanii fi Ija Jabina Gaafatan—Gabaabfamee kan Fudhatame jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 109 fi 110

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 30 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi