BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 21-22
Ilaalcha Yihowaan Lubbuudhaaf Qabu Qabaadhaa
Yihowaan lubbuudhaaf iddoo guddaa kenna. Ilaalcha isaa akka qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?
- Garaadhaa namoota jaalladhu, akkasumas ulfina guddaa isaaniif kenni.—Mat 22:39; 1Yo 3:15 
- Tajaajila irratti hinaaffaadhaan hirmaachuudhaan jaalala namootaaf qabdu argisiisi.—1Qo 9:22, 23; 2Ph 3:9 
- Of eeggannoodhaaf iddoo guddaa akka kennitu argisiisi.—Fak 22:3 
Lubbuudhaaf kabaja qabaachuun dhiiga namaatiin itti gaafatamuu irraa bilisa taʼuu wajjin kan walqabatu akkamitti?