LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Bitootessa ful. 2
  • ‘Waaqayyo Abrahaamiin Qoree Ilaale’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Waaqayyo Abrahaamiin Qoree Ilaale’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyo Abrahaam ilmasaa aarsaa godhee akka dhiheessu kan isa gaafate maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Waaqayyo Amantii Abrahaam Qore
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Yihowaan “Michuu Koo” Jedhee Isa Waameera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Ilaalcha Yihowaan Lubbuudhaaf Qabu Qabaadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Bitootessa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 22-23

‘Waaqayyo Abrahaamiin Qoree Ilaale’

22:1, 2, 9-12, 15-18

Abrahaam yommuu ilma isaa Yisihaaqiin aarsaa gochuuf jedhetti dhiphinni isatti dhagaʼame, Yihowaan Ilmi isaa Yesuus Kiristoos aarsaa akka taʼuuf yommuu kennetti wanta isatti dhagaʼame yaadaan ilaaluuf nu gargaara. (Yoh 3:16) Wanti Yihowaan lakkoofsa 2 irratti dubbate, waaʼee gara laafina isaa maal nu barsiisa?

Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Abrahaam albee qabatee gara samii ilaalaa jira; Yisihaaq immoo iddoo aarsaa irra ciisee jira. 2. Yesuus muka dhiphinaa irratti fannifamee jira.

Jaalalli Yihowaan argisiise maal gochuuf si kakaasa?—1Qo 6:20; 1Yo 4:11

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi