Hagayya 17-23
BA’UU 17-18
Faarfannaa 79 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Dhiironni Humna Ofii Beekan Warra Kaan ni Leenjisu, Itti Gaafatamummaas Isaaniif ni Kennu”: (Daq. 10)
Bau 18:17, 18—Yetroon Museen baʼaa ulfaataa baatee akka ture hubatee ture (w13 4/1 6)
Bau 18:21, 22—Yetroon hojii isaa muraasa dhiirota gaʼumsa qabanitti akka kennu Musee jajjabeesseera (w03-AM 11/1 6 key. 1)
Bau 18:24, 25—Museen gorsa Yetroon isaaf kenne hojii irra oolcheera (wt 138-139 key. 7)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Bau 17:11-13—Gargaarsa hatattamaa Aaronii fi Huur Museedhaaf godhan irraa barumsa akkamii arganna? (w16.09 6 key. 14)
Bau 17:14—Barreeffamoonni Museen barreesse kutaa Kitaaba Qulqulluu kan taʼan maaliifi? (it-1-E 406)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 17:1-16 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis dhaggeeffattoota gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Jaallanneen haala namoonni duʼan keessatti argaman ilaalchisee deebii akkamii kennite? Yaada Laliseen deebii ishii irratti hundooftee kennite irraa maal baranna? Laliseen ergaa caqasichaa ifa kan goote akkamitti?
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kitaaba Maal Nu Barsiisa jedhamu erga kenniteefii booda, boqonnaa 6ffaa irratti hundaaʼuudhaan qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 7)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 113, 114 fi 115
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 124 fi Kadhannaa