LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CA-copgm24 ful. 4
  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  • Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2023-2024—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Obsaan Eeguuf Fedhii Qabduu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2023-2024—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Yihowaa Obsaan Eeggachuudhaan Gammadi
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • ‘Hawwiidhaan Yihowaa Eeggadhaa’!
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2023-2024—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2023-2024—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
CA-copgm24 ful. 4

Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu:

  1. 1. ‘Hawwiidhaan Yihowaa kan eeggannu’ akkamitti? (Far. 130:5, 6)

  2. 2. Yeroo rakkisaa taʼetti hawwiidhaan Yihowaa eeggachuu kan dandeenyu akkamitti? (An. 2:3, 4; 2 Xim. 4:2; Luq. 2:36-38)

  3. 3. Guyyaa Yihowaa yommuu eeggannu yeroo keenyatti ogummaadhaan fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti? (2 Phe. 3:11-13)

  4. 4. Yeroo rakkinni nu mudatu amanannaadhaan Yihowaa eeggachuu ni dandeenya kan jennu maaliifi? (Far. 62:1, 2, 8, 10; 68:6; 130:2-4)

  5. 5. ‘Badhaasa namni qajeelaan argatu’ argachuuf maal gochuu qabna? (Far. 58:11)

© 2023 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

CA-copgm24-OA

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi