Fayyaa Qaamaa fi Sammuu
Namoonni kan Dhukkubsatan Maaliifi? Barsiisaa, boq. 23
Qaama Namaa
Akkaataan Umama Keenyaa ‘Guddaa Dinqisiisaadha’ Masaraa Eegumsaa, 7/1/2007
Bifaa fi Bareedina Qaamaa
Waaʼee Bifa Koo Dhiphachuun Qabaa? Gaaffii 10, gaaffii 2
Kutaalee Qaamaa fi Hojii Isaanii
“Sammuu Lammaffaa” Qabdaa? Dammaqaa!, Lakk. 3 2017
Haala Jireenyaa Fayya Qabeessa Taʼe
Qulqullina Qaamaa
Dhiphina Dandamachuu
Seeqa—Kennaa Warra Kaaniif Kennamu Dammaqaa!, Lakk. 1 2017
Ilaalcha Sirrii Qabaachuu
Yihowaan Ol Si Qaba Masaraa Eegumsaa, 12/15/2015
Yihowaatti Dhihaachuu Keessan Itti Fufaa (§ Fayyaa) Masaraa Eegumsaa, 1/15/2013
Yaalii Fayyaa Yommuu Gootan Ilaalcha Waaqayyoo Qabaadhaa Masaraa Eegumsaa, 11/15/2008
Filannoowwan Yaalii Fayyaa
Dhukkuba, Haala Fayyaa Qaamaa fi Sammuu
Odeeffannoowwan kun yaada walii galaa kennuuf kan qophaaʼan malee yaalii fayyaa tokko adda baasanii ibsuudhaan yaalii fayyaa isa kana wayya ykn yaaliin fayyaa kun immoo hin wayyu yaada jedhu hin kennan. Namni kam iyyuu murtoo gochuu isaa dura filannoowwan qabu hunda of eeggannoodhaan qoree erga ilaalee booda yaalii fayyaa dhugaa buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu wajjin wal hin faallessine filachuu qaba.
Mata dureewwan kana keessaa hedduun isaanii yaada namoonni tokko tokko kallattiidhaan dubbatan kan qabatan siʼa taʼu, kun immoo namoota rakkinni wal fakkaatu isaan qunnameef jajjabina argamsiisa.
Alarjii
Busaa
Waaʼee Busaa Wanta Beekuu Qabdu Dammaqaa!, 10/2015
Daawun Siindiram
Qorumsa Dandaʼuun Amanannaa Yihowaarratti Qabnu Nuu Cimseera Masaraa Eegumsaa, 4/15/2010
Dandeettii Dhagaʼuu Dhabuu
Mata duree armaan gadii ilaali: Barumsaa fi Afaan ➤ Afaan Mallattoo
Dhibee Lafee Dugdaa
Yeroo Baayʼee Na Barbaachisuttan Abdii Argadhe Dammaqaa!, 1/2015
Dhiphinaa fi Baaypoolaar Diisordarii
Dargaggoonni Maaliif Dhiphatu?—Furmaanni Isaa hoo Maali Dha? Dammaqaa!, Lakk. 1 2017
Macaafni Qulqulluun Maal Jedha?: Dhiphina Sammuu Dammaqaa!, 1/2014
Waaqayyotti Dhihaadhu: Yaada Namoota Garaansaanii Cabe Jajjabeessu Masaraa Eegumsaa, 7/1/2011
Dhukkuba Sukkaaraa
Dhukkuba Sukkaaraatiin Qabamuu Hirʼisuun Ni Dandaʼamaa? Dammaqaa!, 10/2014
Gaggabdoo
Dhukkuba Gaggabdoo Ilaalchisee Wanta Beekuu Qabdu Dammaqaa!, 1/2014
Hirʼina Qaamaa
Iskiliiroodarmaa
‘Dhukkuba Koo Irratti Xiyyeeffachuu Hin Barbaadu’ Dammaqaa!, 4/2015
Ispaayinaa Biifiidaa
Yihowaan ‘Guyyuma Guyyaatti Baʼaakoo Naaf Baata’ Masaraa Eegumsaa, 8/15/2013
Laguun Dhaabbachuu
Rakkoowwan Yommuu Laguun Dhaabatu Uumaman Dandaʼuu Dammaqaa!, 1/2014
Maltiippil Keemikaal Seensitiivitii (MCS)
Nyaanni Sifaaʼuu Diduu
Ostiyoojenasis Imparfektaa
Akkasumas dhibee fayyaa lafeen salphaatti akka cabu godhu jedhamuudhaanis ni beekama
Waaqayyoon Tajaajiluun Dawaa Isaaf Ta’eera! Masaraa Eegumsaa, 11/15/2013
Qaroo Dhabuu
“Kiingizliin Erga Dandaʼee, Anis Nan Dandaʼa!” Masaraa Eegumsaa, 6/15/2015
Namoonni Qaroo Dhabeeyyii Taʼan Waaʼee Yihowaa Akka Beekan Gargaaraa Tajaajila Mootummaa, 5/2015
Ulfaaʼuu, Ijoollee Godhachuu fi Daaʼima Kunuunsuu
Miseensonni Koree Hospitaalaan Wal Qunnamsiisu keessa hojjetan galmee barbaachisaa Clinical Strategies for Avoiding and Controlling Hemorrhage and Anemia Without Blood Transfusion in Obstetrics and Gynecology jedhamuu fi ibsa balʼaa qabate ogeessota yaalii fayyaatiif kennuu ni dandaʼu. Odeeffannoo dabalataatiif jaarsolii gumii kee haasofsiisuu ni dandeessa.
Jijjiirama Mucaan Gaaʼelarratti Fidu Gammachuu Maatii, kutaa 6
Dulluma
Akkasumas mata duree armaan gadii ilaali: Jireenya Kiristiyaanummaa ➤ Obboloota Keenya Gargaaruu ➤ Maanguddoota
Bara Dullumaatti Wal Gargaaranii Jiraachuu Maatii, boq. 14
Kunuunsuu
Utuma Fira Dhukkubsate Kunuunsanii Karaa Hafuuraa Jabaachuu Masaraa Eegumsaa, 5/15/2010
Miseensi Maatii Yeroo Dhukkubsatu Maatii, boq. 10
Araada
Mata duree armaan gadii ilaali: Sirna Seexanaa ➤ Araada