Qabiyyee
Bitootessa 15, 2008
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITI QAYYABATAMAN:
Ebla 21-27, 2008
Tole Kan Jettaniifi Ilaalcha Sirrii Kan Qabaattan Ta’aa
FUULA 3
FAARFANNAA: 4 (8), 79 (177)
Ebla 28, 2008–Caamsaa 4, 2008
FUULA 7
FAARFANNAA: 85 (191), 41 (89)
Caamsaa 5-11, 2008
Yihowaan Iyya Keenya Ni Dhaggeeffata
FUULA 12
FAARFANNAA: 28 (58), 56 (135)
Caamsaa 12-18, 2008
“Isin Keessaa Namni Ogeessi Hubataanis” Eenyu?
FUULA 21
FAARFANNAA: 45 (106), 23 (48)
Caamsaa 19-25, 2008
Akka Yihowaatti Warra Kaan Ilaaltaa?
FUULA 25
FAARFANNAA: 51 (127), 95 (213).
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11
Kiristiyaanonni yaadaafi ilaalcha namoota hedduurraa haala faallaa ta’een, tole jechuuf sababii gaarii qabu. Sababiiwwan kun maalfa’i? Gaa’elakee keessatti tole jechuu kan dandeessu akkamitti?
Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 12-16
Yihowaan iyya keenya akka dhaggeeffatuufi akka nuu yaadu mirkanaa’oo ta’uu kan dandeenyu maaliifi? Matadureen kun, deebii gaaffii kanaa kan qabateefi qorumsawwan yeroo nurra ga’an humna jabaannee dhaabachuuf nu gargaaru eessaa akka argannu ibsa.
Matadureewwan Qayyabannaa 4, 5 FUULA 21-29
Matadureewwan kun lamaan waa’ee warra kaanii ilaalcha sirrii akka qabaannu, akkasumas amala namootatti faraduufi beekamaa ta’erraa akka fagaannu nu gargaara. Kana malees, garaagarummaa nama dhugumaan ogeessa ta’eefi hin taane gidduu jiru ilaalla.
AKKASUMAS BARRUU KANA KEESSATTI:
Gaarota Aandiisitti Misiraachoo Babal’isuu
FUULA 16
FUULA 19
Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafa Luqaas
FUULA 30