LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w08 6/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
  • MATADUREEWWAN DABALATAA:
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
w08 6/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Waxabajjii 15, 2008

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Hagayya 4-10, 2008

Wantoota Jalaa Baqachuu Qabnu

FUULA 7

FAARFANNAA: 21 (191), 11 (85)

Hagayya 11-17, 2008

Amalawwan Argisiisuuf Dhama’uu Qabnu

FUULA 11

AARFANNAA: 16 (143), 7 (51)

Hagayya 18-24, 2008

Aangoo Yihowaa Fudhadhaa

FUULA 18

FAARFANNAA: 11 (85), 1 (13)

Hagayya 25-31, 2008

“Jaalala Isa Dur Qabda Turte” Hin Dhiisin

FUULA 22

FAARFANNAA: 15 (127), 3 (32)

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 7-15

Waaqayyo akka nu jaallatu mirkanaa’oo ta’uu dandeenya. Wantoota Kiristiyaanonni irraa baqachuu qaban afur nuu ibsuunsaa kana kan argisiisudha. Wantoonni kun maalidha? Isaanirraa baqachuu kan dandeenyuhoo akkamitti? Kana malees, Macaafni Qulqulluun wantoota dhama’uufii qabnu torba nuu ibsa. Wantoonni kun maalidha? Wantoota kanaaf dhama’uu kan dandeenyu akkamitti?

Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 18-22

Fedha ofiitiin geggeeffamuun biyya lafaa kanarratti babal’ateera. Kanaafuu, aangoodhaaf keessumaammoo aangoo Yihowaatiif ilaalcha sirrii qabaachuu kan dandeenyu akkamitti? Mata dureen kun, kana gochuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’eefi dhiibbaa Seexanni akka fedha keenyaan geggeeffamnu nurraan ga’u akkamitti mo’uu akka dandeenyu hubachuuf nu gargaara.

Mataduree Qayyabannaa 4 FUULA 22-26

Mata dureen qayyabannaa kun, maaliif dhugaa akka fudhanneefi Yihowaa akka jaallanne qoruuf nu gargaara. Mata dureen kun, jaalalli namni tokko Yihowaadhaafis ta’e dhugaadhaaf qabu yeroo booda yoo qabbanaa’e, akkamitti haaromfachuu akka danda’u yaada kenna.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Dadhabina Qabaataniyyuu Humna Argachuu

FUULA 3

Waa’ee Amantiikeetii Ibsa Kennuuf Qophoofteettaa?

FUULA 16

Yesus Waa’ee Ibidda Cubbamoonni Bara Baraan Itti Gubatanii Dubbachuusaa Turee?

FUULA 27

Gaaffii Dubbistootaa

FUULA 28

Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafa Roomaa

FUULA 29

Furmaata Gaarii Qindoomina Gaafatu

FUULA 32

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi