Qabiyyee
ADOOLESSA 15, 2008
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Fulbaana 1-7, 2008
Manaa Gara Manaa Tajaajiluun Yeroo Ammaatti Barbaachisaa Kan Ta’e Maaliifi?
FUULA 3
FAARFANNAA: 3 (32), 18 (162)
Fulbaana 8-14, 2008
Rakkoowwan Manaa Gara Manaatti Tajaajiluuf Gufuu Ta’an Mo’uu
FUULA 7
FAARFANNAA: 8 (53), 25 (204)
Fulbaana 15-21, 2008
FUULA 12
FAARFANNAA: 4 (43), 22 (130)
Fulbaana 22-28, 2008
Inni Kam Akka Tolu Hin Beektu!
FUULA 17
FAARFANNAA: 6 (45), 3 (32)
Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11
Addunyaa maratti Dhugaa Baatonni Yihowaa manaa gara manaa dhaqanii tajaajiluudhaan beekamu. Matadureewwan walitti aananii dhihaatan lamaan kun, bifa lallabaa kanatti bal’inaan kan fayyadamnu maaliif akka ta’eefi wantoota manaa gara manaatti akka hin tajaajille gufuu nutti ta’an akkamitti mo’uu akka dandeenyu ibsu.
Matadureewwan Qayyabanna 3, 4 FUULA 12-21
Matadureewwan kun, fakkeenyota Yesus dubbateefi amantii keenya cimsan shan qabataniiru. Ibsawwan kennaman tokko tokko hubannaa haaraa nuuf argamsiisu. Barumsa kana keessatti fakkeenyonni shanan kun karaawwan addaddaa lallabni Mootummichaa itti guddatu kan ibsan yommuu ta’u, kunimmoo humna hafuurri Waaqayyoo qabu akka hubannu nu gargaara.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
Yihowaan Nuu Wajjin Waan Tureef Hin Sodaanne
FUULA 22
Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafota Qorontos
FUULA 26
Humnakee Beekuudhaan Gammachuu Argadhu
FUULA 29