Qabiyyee
Onkoloolessa 15, 2008
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATAREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Muddee 1-7, 2008
“Agartuun” Yihowaa Hundumaa Qoree Ilaala
FUULA 3
FAARFANNAA: 9 (37), 12 (113)
Muddee 8-14, 2008
Yihowaan Faayidaa Keenyaaf Jecha Nu Ilaala
FUULA 7
FAARFANNAA: 26 (212), 21 (191)
Muddee 15-21, 2008
Deebii Yihowaan Namoota Garaadhaa Isa Kadhataniif Kennu
FUULA 12
FAARFANNAA: 11 (85), 6 (45)
Muddee 22-28, 2008
Ulfina Walii Kennuuf Wal Dorgomtuu?
FUULA 21
FAARFANNAA: 23 (200), 15 (127)
Muddee 29, 2008–Amajjii 4, 2009
Jireenya Barabaraa Argachuuf Aarsaa Hammamii Kaffaluu Feeta?
FUULA 25
FAARFANNAA: 9 (37), 26 (212)
Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11
Matadureewwan lamaan kun, Yihowaan wanta nurra ga’u hunda akka gaariitti akka beeku nuu mirkaneessu. Obsaan danda’uu keenya kan dinqisiifatu ta’uusaarrayyuu, wantoota nu yaaddessan beeka. Carraaqqii goonuufi wantoota tajaajiltootasaarra ga’an hunda ni beeka. Kana beekuun baay’ee nama jajjabeessa.
Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 12-16
Baay’een keenya jechoota Faarfannaa 83:18rratti argaman beekna. Yaadawwan boqonnaa sana keessatti argaman kaanoo beeknaa? Matadureen kun, Faarfannaa 83ffaan Kiristiyaanota yeroo ammaatti argamaniif jajjabina akka kennu ibsa.
Mataduree Qayyabannaa 4 FUULA 21-25
Phaawulos: “Walii keessaniif ulfina kennuudhaaf wal dorgomaa” jedheera. Warra kaaniif ulfina kennuu jechuun maal jechuudha? Ulfina kennuu kan qabu eenyu? Ulfina argachuu kan qabuhoo eenyu? Macaafa Qulqulluu keessatti fakkeenya akkamii arganna? Matadureen kun dhimma kana ilaalchisee yaadawwan gaggaarii qabateera.
Mataduree Qayyabannaa 5 FUULA 25-29
Gaaf tokko Yesus, “Namni gatii lubbuu isaa maal kennuu danda’a ree?” jechuudhaan gaafatee ture. Ati gaaffii kanaaf deebii akkamii kennita turte? Yesus yeroo “lubbuu” jedhu maal jechuusaati? Jireenyikee iddoo lubbuukeetiif kennitu ilaalchisee maal ibsa? Matadureen kun, gaaffiiwwan Yesus kaaseefi xiyyeeffannaa namaa harkisanirratti akka xiinxaltu si gargaara.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
“Dhugumayyuu Kun Maqaa Waaqayyoo Isa Hunda Caalaa Qulqulluufi Guddaa Ta’edha”
FUULA 16
FUULA 17
Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafota Tiitoos, Filemoniifi Ibrootaa
FUULA 30