LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w09 1/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
  • MATADUREEWWAN DABALATAA:
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
w09 1/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Amajjii 15, 2009

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Bitootessa 2-8, 2009

“Kottuu Ana Duukaa Bu’i!”

FUULA 3

FAARFANNAA: 23 (200), 18 (162)

Bitootessa 9-15, 2009

Hojii Bartoota Gochuutti Gammadi

FUULA 7

FAARFANNAA: 22 (130), 8 (53)

Bitootessa 16-22, 2009

‘Hojii Adeemsistuu Kennaa Ayyaana Waaqayyoo’ Taatee Tajaajilaa Jirtaa?

FUULA 12

FAARFANNAA: 7 (51), 25 (204)

Bitootessa 23-29, 2009

Kunoo, Garbichi Yihowaan Jaallatu Isa Kana!

FUULA 21

FAARFANNAA: 28 (224), 29 (222)

Bitootessa 30, 2009–Ebla 5, 2009

Garbichi Yihowaa “Balleessaa Keenyaaf In Waraaname”

FUULA 25

FAARFANNAA: 28 (224), 9 (37)

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

Matadureewwan Qayyabannaa 1-3 FUULA 3-16

Duuka buutuu Kiristos ta’uun maalfaa dabalata? Isa duukaa bu’uun, amalawwansaa warra gurguddaa kan akka ogummaafi gad of deebisuu qabaachuu gaafata. Kana malees, hojii bartoota gochuurratti hinaaffaadhaan hirmaachuu ni dabalata. Akkasumas, hidhattoota amantaa keenyaaf jaalala onneerraa madde qabaachuu kan dabalatudha. Matadureewwan kun, karaawwan sadan kanaan akkamitti fakkeenya Kiristos hordofuu akka dandeessu ibsu.

Matadureewwan Qayyabannaa 4, 5 FUULA 21-29

Matadureewwan lamaan kun, raajiiwwan Yesusirratti raawwatamaniifi macaafa Isaayaas keessatti argaman hedduurratti ibsa kennu. Raajiiwwan kana qoruun keenya, wanta Yihowaafi Yesus nuuf jecha karaa du’aafi du’aa ka’uu Yesusiin raawwatan hundaaf dinqisiifannaa qabnu nuu guddisa. Matadureewwan kun, Ayyaana Yaadannoo Ebla 9, 2009 kabajnuuf garaafi sammuu keenya qopheessuuf nu gargaaru.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

“Karichi Isa Kana, Isa Irra Adeemaa!”

FUULA 17

Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafa Mul’ataa—Kutaa Tokkoffaa

FUULA 30

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi