Qabiyyee
Guraandhala 15, 2009
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Ebla 6-12, 2009
Barumsi Yesus Gammachuu Kan Argamsiisu Akkamitti?
FUULA 6 FAARFANNAA: 17 (187), 13 (124)
Ebla 13-19, 2009
Barumsi Yesus Ilaalcha Keerratti Jijjiirama Fiduu Qaba
FUULA 10 FAARFANNAA: 21 (191), 13 (124)
Ebla 20-26, 2009
Barumsi Yesus Kadhannaa Keerratti Jijjiirama Fidaa?
FUULA 15 FAARFANNAA: 6 (45), 11 (85)
Ebla 27, 2009–Caamsaa 3, 2009
‘Lafa Hoolichi Dhaqu Hundumaatti Isa Duukaa Bu’u’
FUULA 24 FAARFANNAA: 15 (127), 8 (53)
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Matadureewwan Qayyabannaa 1-3 FUULA 6-19
Yesus Lallabasaa Isa Gaaraarratti ‘barsiisasaa’ yommuu xumure, “namoonni na’anii barsiisa isaa in dinqisiifatan.” (Mat. 7:28) Namoonni kun maaliif akka dinqisiifatan, barumsisaa akkamitti gammachuukee akka sii guddisuufi kadhannaa keerratti jijjiirama akka fidu baradhu.
Mataduree Qayyabannaa 4 FUULA 24-28
“Hojjetaan amanamaanii fi ogeessi . . . qabeenya [Kiristos] hundumaa irratti ajajjuu” godhameera. (Mat. 24:45-47) Matadureen kun, hojjetaa kana amanuu kan qabnu maaliif akka ta’eefi kanas akkamitti argisiisuu akka dandeenyu ibsa.
MATADUREEWWAN DABAALATAA:
Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafa Mul’ataa—Kutaa Lammaffaa
FUULA 3
Filannaa Dhuunfaakeetti Cichuu Qabdaa?
FUULA 19
Misiyoononni Akka Ermiyaas Akka Ta’an Jajjabeeffaman
FUULA 22
Sirna Awwaala Kiristiyaanaa—Ulfina Qabeessa, Salphaafi Waaqayyoon Gammachiisu
FUULA 29