Qabiyyee
Bitootessaa 15, 2009
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Caamsaa 4-10, 2009
Badhaasicharratti Xiyyeeffadhaa
FUULA 11
FAARFANNAA: 29 (222), 2 (15)
Caamsaa 11-17, 2009
FUULA 15
FAARFANNAA: 17 (187), 18 (162)
Caamsaa 18-24, 2009
Hundi Keenya Yihowaa Jajachuu Qabna
FUULA 20
FAARFANNAA: 6 (45), 26 (212)
Caamsaa 25-31, 2009
Qajeelonni Barabaraaf Waaqayyoon Jajatu
FUULA 24
FAARFANNAA: 11 (85), 20 (93)
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 11-19
Matadureen lamaan walitti aananii jiran kun, badhaasicharratti jechuunis wanta Waaqayyo nuu qopheesserratti xiyyeeffachuu kan qabnu maaliif akka ta’e nu yaadachiisu. Waa’ee wantoota gurguddaa gara fuulduraatti raawwataman qoruun keenya, dammaqoo taane akka jiraannu nu jajjabeessa.
Matadureewwan Qayyabannaa 3, 4 FUULA 20-28
Matadureewwan kun Faarfannaa 111fi 112, warra yaada wal fakkaatu qaban ibsa. Faarfannaan 111 hojiiwwan dinqisiisaa inni raawwateefi amalawwansaatiif Yihowaa akka jajatu hubadhaa. Faarfannaan 112mmoo, kun maal gochuuf nu kakaasuu akka qabu ibsa. Hojiiwwan Yihowaa warri gurguddaan, akka isa hin gaddisiisne sodaachuufi amalawwan gaggaarii inni qabu hordofuuf nu kakaasuu qabu.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
“Ergamaan Waaqayyoo Naannoo Warra Waaqayyoon Sodaatanii In Buufata”
FUULA 3
Yihowaa Irraanfachuu Hin Qabdu
FUULA 6
Tajaajilatti Jabaachuu Kan Dandeessu Akkamitti? FUULA 29
FUULA 32