LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w09 4/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
w09 4/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Ebla 15, 2009

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Waxabajjii 1-7, 2009

Iyoob Maqaa Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kenneera

FUULA 3

FAARFANNAA: 12 (113), 16 (143)

Waxabajjii 8-14, 2009

Amanamaa Ta’uunkee Garaa Yihowaa Ciibsa

FUULA 7

FAARFANNAA: 7 (51), 9 (37)

Waxabajjii 15-21, 2009

Uumamni Ogummaa Yihowaa Mul’isa

FUULA 15

FAARFANNAA: 17 (187), 26 (212)

Waxabajjii 22-28, 2009

Musee Guddicha Beekuufi Dinqisiifachuu

FUULA 24

FAARFANNAA: 28 (224), 8 (53)

Waxabajjii 29, 2009–Adoolessa 5, 2009

Yesus, Isa Daawit Guddichaafi Solomoon Guddicha Ta’eef Bakka Guddaa Kennuu

FUULA 28

FAARFANNAA: 15 (127), 25 (204)

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11

Matadureewwan kun, sababii Yihowaan Seexanni Iyoobiin walitti aansee akka qoru heyyameefi wanti Iyoob amanamummaasaa akka eegu isa gargaare maal akka ta’e ibsu. Kana malees, nuyis akkuma Iyoob amanamoo taanee jiraachuufi garaa Yihowaa ciibsuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e ni ibsu.

Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 15-19

Uumamawwan Yihowaa amalawwansaa addaddaa ibsu. Wantoota inni uumerratti yaaduudhaan, barumsa guddaa argachuu dandeenya. Mataduree kana keessatti, uumamawwan Yihowaa keessaa arfansaanii kan ilaallu si’a ta’u, barumsa isaan nuu kennanis ni qorra.

Matadureewwan Qayyabannaa 4, 5 FUULA 24-32

Seenaa Macaafa Qulqulluu waa’ee tajaajiltoota Yihowaa amanamoo bara durii Yesus utuu gara lafaa hin dhufin dura jiraatanii qoruudhaan, wanta dinqisiisaa Yesusiifi namoota kana wal fakkeessu ilaalla. Mataduree lamaan kana keessatti, waa’ee Musee, Daawitiifi Solomoon qoruudhaan, seenaawwan kun ga’ee Yesus kaayyoo Waaqayyoo keessatti qabuuf dinqisiifannaa qabnu akkamitti akka nuu guddisan ilaalla.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Gaaffii Dubbistootaa —Mucaan du’ee dhalate, du’aa ka’uuf abdii qabaa?

FUULA 12

Ni Yaadattaa?

FUULA 14

Bakka Labsitoonni Mootummichaa Caalaatti Barbaachisan Dhaqxee Tajaajiluu Dandeessaa?

FUULA 20

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi